Al-Maidah · 119/120
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Maidah
قَالَ اللَّهُ هَٰذَا يَوْمُ يَنفَعُ الصَّادِقِينَ صِدْقُهُمْ ۚ لَهُمْ جَنَّاتٌ تَجْرِي مِن تَحْتِهَا الْأَنْهَارُ خَالِدِينَ فِيهَا أَبَدًا ۚ رَّضِيَ اللَّهُ عَنْهُمْ وَرَضُوا عَنْهُ ۚ ذَٰلِكَ الْفَوْزُ الْعَظِيمُ ۝١١٩
Qaalal laahu haaza yawmu yanfa`us saadiqeena sidquhum; lahum janaatunn tajree min tahtihal anhaaru khaalideena feehaaa abadaa; radiyal laahu `anhum wa radoo `anh; zaalikal fawzul `azeem
📖 Afaan Oromoon
Rabbiin ni jedhe: "Kun guyyaa warra dhugaa dubbatan dhugaan isaanii fayyaduudhaIsaaniif ishee keessatti yeroo hunda hafaa taanii jannatoota jala ishee laggeen yaatutu jiraRabbiin isaan irraa jaalateeraIsaanis Isarraa jaalataniiruKun milkii guddaadha
🎧 Caqasi

📜 Aayah 117-120 — Al-Maidah

117مَا قُلْتُ لَهُمْ إِلَّا مَا أَمَرْتَنِي بِهِ أَنِ اعْبُدُوا اللَّهَ رَبِّي وَرَبَّكُمْ ۚ وَكُنتُ عَلَيْهِمْ شَهِيدًا مَّا دُمْتُ فِيهِمْ ۖ فَلَمَّا تَوَفَّيْتَنِي كُنتَ أَنتَ الرَّقِيبَ عَلَيْهِمْ ۚ وَأَنتَ عَلَىٰ كُلِّ شَيْءٍ شَهِيدٌ
Waan ati itti na ajajje ‘Rabbiin, Gooftaa kiyyaafi Gooftaa keessan gabbaraa’ jechuu malee waan biraa isaaniin hin janneHangan isaan keessa turetti isaan irratti ragaan tureErga ol nafuutee booda ati isaan irratti tiksaa turteAti waan hunda irratti ragaadha
118إِن تُعَذِّبْهُمْ فَإِنَّهُمْ عِبَادُكَ ۖ وَإِن تَغْفِرْ لَهُمْ فَإِنَّكَ أَنتَ الْعَزِيزُ الْحَكِيمُ
Yoo isaan adabdes, isaan gabrootuma keetiYoo isaaniif araaramtes, ati simatu injifataa, ogeessa
119قَالَ اللَّهُ هَٰذَا يَوْمُ يَنفَعُ الصَّادِقِينَ صِدْقُهُمْ ۚ لَهُمْ جَنَّاتٌ تَجْرِي مِن تَحْتِهَا الْأَنْهَارُ خَالِدِينَ فِيهَا أَبَدًا ۚ رَّضِيَ اللَّهُ عَنْهُمْ وَرَضُوا عَنْهُ ۚ ذَٰلِكَ الْفَوْزُ الْعَظِيمُ
Rabbiin ni jedhe: "Kun guyyaa warra dhugaa dubbatan dhugaan isaanii fayyaduudhaIsaaniif ishee keessatti yeroo hunda hafaa taanii jannatoota jala ishee laggeen yaatutu jiraRabbiin isaan irraa jaalateeraIsaanis Isarraa jaalataniiruKun milkii guddaadha
120لِلَّهِ مُلْكُ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ وَمَا فِيهِنَّ ۚ وَهُوَ عَلَىٰ كُلِّ شَيْءٍ قَدِيرٌ
Mootummaan samii, dachiifi wantoota isaan keessaa kan RabbiitiInnis waan hunda irratti danda’aadha
Al-MaidahTarreeffama Qur'ana
120Aayah
MedinanRevelation
119Aayah

Hiikkaa — Al-Maidah 119

Suuratu Al-Maidah Aayah 119 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Rabbiin ni jedhe: "Kun guyyaa warra dhugaa dubbatan dhugaan isaanii…

Suuratu Aayah 119/120 — Al-Maidah المائدة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Maidah Caqasi, Al-Maidah Hiikkaa, Al-Maidah mp3, Al-Maidah pdf. Aayah 117–120. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers