Qaf · 21/45
Hiikkaa Sagaleeffama — Qaf
وَجَاءَتْ كُلُّ نَفْسٍ مَّعَهَا سَائِقٌ وَشَهِيدٌ ۝٢١
Wa jaaa`at kullu nafsim ma`ahaa saaa`iqunw wa shaheed
📖 Afaan Oromoon
Lubbuun hundi haala ishee wajjin oofaafi ragaa bahaan jiranuun dhufte
🎧 Caqasi

📜 Aayah 19-23 — Qaf

19وَجَاءَتْ سَكْرَةُ الْمَوْتِ بِالْحَقِّ ۖ ذَٰلِكَ مَا كُنتَ مِنْهُ تَحِيدُ
Machiin du’aa dhugaan dhuftee jirti“Kun waan ati irraa dheessaa turteedha” (jedhamaan)
20وَنُفِخَ فِي الصُّورِ ۚ ذَٰلِكَ يَوْمُ الْوَعِيدِ
Xurumbaa ni afuufama; sun guyyaa waadaati
21وَجَاءَتْ كُلُّ نَفْسٍ مَّعَهَا سَائِقٌ وَشَهِيدٌ
Lubbuun hundi haala ishee wajjin oofaafi ragaa bahaan jiranuun dhufte
22لَّقَدْ كُنتَ فِي غَفْلَةٍ مِّنْ هَٰذَا فَكَشَفْنَا عَنكَ غِطَاءَكَ فَبَصَرُكَ الْيَوْمَ حَدِيدٌ
“Ati kana irraa daguu keessa turteNuti haguuggaa kee sirraa kaafneKanaafuu ijji kee har’a qara” (jedhamaan)
23وَقَالَ قَرِينُهُ هَٰذَا مَا لَدَيَّ عَتِيدٌ
Qindiin (maleeyakaan) isaa ni jedha: “kun waan (galmaa’ee) na bira jiruudha.”
QafTarreeffama Qur'ana
45Aayah
MeccanRevelation
21Aayah

Hiikkaa — Qaf 21

Suuratu Qaf Aayah 21 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Lubbuun hundi haala ishee wajjin oofaafi ragaa bahaan jiranuun dhufte

Suuratu Aayah 21/45 — Qaf ق (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Qaf Caqasi, Qaf Hiikkaa, Qaf mp3, Qaf pdf. Aayah 19–23. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers