Qaf · 20/45
Hiikkaa Sagaleeffama — Qaf
وَنُفِخَ فِي الصُّورِ ۚ ذَٰلِكَ يَوْمُ الْوَعِيدِ ۝٢٠
Wa nufikha fis Soor; zaalika yawmul wa`eed
📖 Afaan Oromoon
Xurumbaa ni afuufama; sun guyyaa waadaati
🎧 Caqasi

📜 Aayah 18-22 — Qaf

18مَّا يَلْفِظُ مِن قَوْلٍ إِلَّا لَدَيْهِ رَقِيبٌ عَتِيدٌ
Tiksaan itti dhihaataan isa bira jiraatu malee jecha tokkoyyuu hin dubbatu
19وَجَاءَتْ سَكْرَةُ الْمَوْتِ بِالْحَقِّ ۖ ذَٰلِكَ مَا كُنتَ مِنْهُ تَحِيدُ
Machiin du’aa dhugaan dhuftee jirti“Kun waan ati irraa dheessaa turteedha” (jedhamaan)
20وَنُفِخَ فِي الصُّورِ ۚ ذَٰلِكَ يَوْمُ الْوَعِيدِ
Xurumbaa ni afuufama; sun guyyaa waadaati
21وَجَاءَتْ كُلُّ نَفْسٍ مَّعَهَا سَائِقٌ وَشَهِيدٌ
Lubbuun hundi haala ishee wajjin oofaafi ragaa bahaan jiranuun dhufte
22لَّقَدْ كُنتَ فِي غَفْلَةٍ مِّنْ هَٰذَا فَكَشَفْنَا عَنكَ غِطَاءَكَ فَبَصَرُكَ الْيَوْمَ حَدِيدٌ
“Ati kana irraa daguu keessa turteNuti haguuggaa kee sirraa kaafneKanaafuu ijji kee har’a qara” (jedhamaan)
QafTarreeffama Qur'ana
45Aayah
MeccanRevelation
20Aayah

Hiikkaa — Qaf 20

Suuratu Qaf Aayah 20 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Xurumbaa ni afuufama; sun guyyaa waadaati

Suuratu Aayah 20/45 — Qaf ق (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Qaf Caqasi, Qaf Hiikkaa, Qaf mp3, Qaf pdf. Aayah 18–22. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers