Qaf · 24/45
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Qaf
أَلْقِيَا فِي جَهَنَّمَ كُلَّ كَفَّارٍ عَنِيدٍ ۝٢٤
Alqiyaa fee Jahannama kulla kaffaarin `aneed
📖 Afaan Oromoon
Isin lamaanuu akkaan kafaraa haqa didaa hunda jahannamitti darbaa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 22-26 — Suuratu Qaf

22لَّقَدْ كُنتَ فِي غَفْلَةٍ مِّنْ هَٰذَا فَكَشَفْنَا عَنكَ غِطَاءَكَ فَبَصَرُكَ الْيَوْمَ حَدِيدٌ
“Ati kana irraa daguu keessa turteNuti haguuggaa kee sirraa kaafneKanaafuu ijji kee har’a qara” (jedhamaan)
23وَقَالَ قَرِينُهُ هَٰذَا مَا لَدَيَّ عَتِيدٌ
Qindiin (maleeyakaan) isaa ni jedha: “kun waan (galmaa’ee) na bira jiruudha.”
24أَلْقِيَا فِي جَهَنَّمَ كُلَّ كَفَّارٍ عَنِيدٍ
Isin lamaanuu akkaan kafaraa haqa didaa hunda jahannamitti darbaa
25مَّنَّاعٍ لِّلْخَيْرِ مُعْتَدٍ مُّرِيبٍ
(Kaafira) toltuu dhorgaa, daangaa dabraafi shakkaa ta’e (jahannamitti darbaa)
26الَّذِي جَعَلَ مَعَ اللَّهِ إِلَٰهًا آخَرَ فَأَلْقِيَاهُ فِي الْعَذَابِ الشَّدِيدِ
Isa Rabbii wajjin gabbaramaa biraa taasise adabbii cimaa keessa isa buusaa
QafTarreeffama Qur'ana
45Aayah
MeccanRevelation
24Aayah

Hiikkaa — Qaf 24

Suuratu Qaf Aayah 24 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isin lamaanuu akkaan kafaraa haqa didaa hunda jahannamitti darbaa

Suuratu Aayah 24/45 — Suuratu Qaf ق (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Qaf Caqasi, Suuratu Qaf Hiikkaa, Suuratu Qaf mp3, Suuratu Qaf pdf. Aayah 22–26. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers