Qaf · 25/45
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Qaf
مَّنَّاعٍ لِّلْخَيْرِ مُعْتَدٍ مُّرِيبٍ ۝٢٥
Mannaa`il lilkhayri mu`tadim mureeb
📖 Afaan Oromoon
(Kaafira) toltuu dhorgaa, daangaa dabraafi shakkaa ta’e (jahannamitti darbaa)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 23-27 — Suuratu Qaf

23وَقَالَ قَرِينُهُ هَٰذَا مَا لَدَيَّ عَتِيدٌ
Qindiin (maleeyakaan) isaa ni jedha: “kun waan (galmaa’ee) na bira jiruudha.”
24أَلْقِيَا فِي جَهَنَّمَ كُلَّ كَفَّارٍ عَنِيدٍ
Isin lamaanuu akkaan kafaraa haqa didaa hunda jahannamitti darbaa
25مَّنَّاعٍ لِّلْخَيْرِ مُعْتَدٍ مُّرِيبٍ
(Kaafira) toltuu dhorgaa, daangaa dabraafi shakkaa ta’e (jahannamitti darbaa)
26الَّذِي جَعَلَ مَعَ اللَّهِ إِلَٰهًا آخَرَ فَأَلْقِيَاهُ فِي الْعَذَابِ الشَّدِيدِ
Isa Rabbii wajjin gabbaramaa biraa taasise adabbii cimaa keessa isa buusaa
27۞ قَالَ قَرِينُهُ رَبَّنَا مَا أَطْغَيْتُهُ وَلَٰكِن كَانَ فِي ضَلَالٍ بَعِيدٍ
Hiriyaan isaa (kan sheyxaanaa) ni jedha: “Gooftaa keenya! Ani daangaa isa hin dabarsineGaruu isumatu jallina fagoo ta’e keessa ture.”
QafTarreeffama Qur'ana
45Aayah
MeccanRevelation
25Aayah

Hiikkaa — Qaf 25

Suuratu Qaf Aayah 25 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Kaafira) toltuu dhorgaa, daangaa dabraafi shakkaa ta’e (jahannamitti darbaa)

Suuratu Aayah 25/45 — Suuratu Qaf ق (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Qaf Caqasi, Suuratu Qaf Hiikkaa, Suuratu Qaf mp3, Suuratu Qaf pdf. Aayah 23–27. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers