An-Najm · 59/62
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Najm
أَفَمِنْ هَٰذَا الْحَدِيثِ تَعْجَبُونَ ۝٥٩
Afamin hazal hadeesi ta`jaboon
📖 Afaan Oromoon
Sila haasa’a kana (Qur’aana) irraa dinqisiifattanii

🎧 Caqasi


📜 Aayah 57-61 — Suuratu An-Najm

57أَزِفَتِ الْآزِفَةُ
Dhihaattuun (Qiyaamaa) dhihaatteetti
58لَيْسَ لَهَا مِن دُونِ اللَّهِ كَاشِفَةٌ
Rabbiin ala isheef mul’iftuun hin jirtu
59أَفَمِنْ هَٰذَا الْحَدِيثِ تَعْجَبُونَ
Sila haasa’a kana (Qur’aana) irraa dinqisiifattanii
60وَتَضْحَكُونَ وَلَا تَبْكُونَ
Ni kolfituu! Hin boochanuu
61وَأَنتُمْ سَامِدُونَ
Haala sirbitanuun (irraa garagaltuu)
An-NajmTarreeffama Qur'ana
62Aayah
MeccanRevelation
59Aayah

Hiikkaa — An-Najm 59

Suuratu An-Najm Aayah 59 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila haasa’a kana (Qur’aana) irraa dinqisiifattanii

Suuratu Aayah 59/62 — Suuratu An-Najm النجم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Najm Caqasi, Suuratu An-Najm Hiikkaa, Suuratu An-Najm mp3, Suuratu An-Najm pdf. Aayah 57–61. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers