Al-Qamar · 13/55
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qamar
وَحَمَلْنَاهُ عَلَىٰ ذَاتِ أَلْوَاحٍ وَدُسُرٍ ۝١٣
Wa hamalnaahu `alaa zaati alwaahinw wa dusur
📖 Afaan Oromoon
Doonii abbaa xawulaafi mismaaraa irratti isa baadhanne (feene)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 11-15 — Suuratu Al-Qamar

11فَفَتَحْنَا أَبْوَابَ السَّمَاءِ بِمَاءٍ مُّنْهَمِرٍ
Bishaan dhangala’aa ta’een hulaalee samii itti banne
12وَفَجَّرْنَا الْأَرْضَ عُيُونًا فَالْتَقَى الْمَاءُ عَلَىٰ أَمْرٍ قَدْ قُدِرَ
Burqituuwwan dachii burqisiifnee bishaan (samiifi dachii) murtii dhugumaan murtaa’e irratti walitti dhufan
13وَحَمَلْنَاهُ عَلَىٰ ذَاتِ أَلْوَاحٍ وَدُسُرٍ
Doonii abbaa xawulaafi mismaaraa irratti isa baadhanne (feene)
14تَجْرِي بِأَعْيُنِنَا جَزَاءً لِّمَن كَانَ كُفِرَ
Galata isa itti kafaramee taatee tika keenyaan deemti
15وَلَقَد تَّرَكْنَاهَا آيَةً فَهَلْ مِن مُّدَّكِرٍ
Dhugumatti, Nuti mallattoo akka taatuuf ishee dhiifneNamni ittiin gorfamu jiraa laata
Al-QamarTarreeffama Qur'ana
55Aayah
MeccanRevelation
13Aayah

Hiikkaa — Al-Qamar 13

Suuratu Al-Qamar Aayah 13 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Doonii abbaa xawulaafi mismaaraa irratti isa baadhanne (feene)

Suuratu Aayah 13/55 — Suuratu Al-Qamar القمر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qamar Caqasi, Suuratu Al-Qamar Hiikkaa, Suuratu Al-Qamar mp3, Suuratu Al-Qamar pdf. Aayah 11–15. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers