Al-Qamar · 18/55
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qamar
كَذَّبَتْ عَادٌ فَكَيْفَ كَانَ عَذَابِي وَنُذُرِ ۝١٨
Kazzabat `Aadun fakaifa kaana `azaabee wa nuzur
📖 Afaan Oromoon
(Ummanni) Aad (Huudiin) sobsiifteadabbiin kiyyaafi akeekkachiifni kiyyaas akkam ta’e ree

🎧 Caqasi


📜 Aayah 16-20 — Suuratu Al-Qamar

16فَكَيْفَ كَانَ عَذَابِي وَنُذُرِ
(Yeroo san) adabbiin kiyyaafi sodaachisni kiyyas akkam ture laata
17وَلَقَدْ يَسَّرْنَا الْقُرْآنَ لِلذِّكْرِ فَهَلْ مِن مُّدَّكِرٍ
Dhugumatti, Qur’aanas hubachuudhaaf laaffifneerraNamni ittiin gorfamu jiraa
18كَذَّبَتْ عَادٌ فَكَيْفَ كَانَ عَذَابِي وَنُذُرِ
(Ummanni) Aad (Huudiin) sobsiifteadabbiin kiyyaafi akeekkachiifni kiyyaas akkam ta’e ree
19إِنَّا أَرْسَلْنَا عَلَيْهِمْ رِيحًا صَرْصَرًا فِي يَوْمِ نَحْسٍ مُّسْتَمِرٍّ
Qilleensa qorraa guyyaa hamaa itti fufaa ta’e keessa isaanitti ergine
20تَنزِعُ النَّاسَ كَأَنَّهُمْ أَعْجَازُ نَخْلٍ مُّنقَعِرٍ
Nama ni butti(Yeroo san) jirma teemiraa kan dachii irraa buqqa’e fakkaatu
Al-QamarTarreeffama Qur'ana
55Aayah
MeccanRevelation
18Aayah

Hiikkaa — Al-Qamar 18

Suuratu Al-Qamar Aayah 18 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Ummanni) Aad (Huudiin) sobsiifteadabbiin kiyyaafi akeekkachiifni kiyyaas akkam ta’e ree

Suuratu Aayah 18/55 — Suuratu Al-Qamar القمر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qamar Caqasi, Suuratu Al-Qamar Hiikkaa, Suuratu Al-Qamar mp3, Suuratu Al-Qamar pdf. Aayah 16–20. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers