Al-Qamar · 19/55
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Qamar
إِنَّا أَرْسَلْنَا عَلَيْهِمْ رِيحًا صَرْصَرًا فِي يَوْمِ نَحْسٍ مُّسْتَمِرٍّ ١٩
Transliteration
Innaa arsalnaa `alaihim reehan sarsaran fee Yawmi nahsim mustamirr
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Qilleensa qorraa guyyaa hamaa itti fufaa ta’e keessa isaanitti ergine
🎧 Caqasi
📜 Aayah 17-21 — Al-Qamar
17وَلَقَدْ يَسَّرْنَا الْقُرْآنَ لِلذِّكْرِ فَهَلْ مِن مُّدَّكِرٍ
Dhugumatti, Qur’aanas hubachuudhaaf laaffifneerraNamni ittiin gorfamu jiraa
18كَذَّبَتْ عَادٌ فَكَيْفَ كَانَ عَذَابِي وَنُذُرِ
(Ummanni) Aad (Huudiin) sobsiifteadabbiin kiyyaafi akeekkachiifni kiyyaas akkam ta’e ree
19إِنَّا أَرْسَلْنَا عَلَيْهِمْ رِيحًا صَرْصَرًا فِي يَوْمِ نَحْسٍ مُّسْتَمِرٍّ
Qilleensa qorraa guyyaa hamaa itti fufaa ta’e keessa isaanitti ergine
20تَنزِعُ النَّاسَ كَأَنَّهُمْ أَعْجَازُ نَخْلٍ مُّنقَعِرٍ
Nama ni butti(Yeroo san) jirma teemiraa kan dachii irraa buqqa’e fakkaatu
21فَكَيْفَ كَانَ عَذَابِي وَنُذُرِ
(Yeroo san) adabbiin kiyyaafi akeekkachiisni kiyyas akkam ture laata
Al-QamarTarreeffama Qur'ana
55Aayah
MeccanRevelation
19Aayah
Hiikkaa — Al-Qamar 19
Suuratu Al-Qamar Aayah 19 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Qilleensa qorraa guyyaa hamaa itti fufaa ta’e keessa isaanitti ergineSuuratu Aayah 19/55 — Al-Qamar القمر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Qamar Caqasi, Al-Qamar Hiikkaa, Al-Qamar mp3, Al-Qamar pdf. Aayah 17–21. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








