Al-Qamar · 20/55
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qamar
تَنزِعُ النَّاسَ كَأَنَّهُمْ أَعْجَازُ نَخْلٍ مُّنقَعِرٍ ۝٢٠
Tanzi;un naasa ka anna huma`jaazu nakhlim munqa`ir
📖 Afaan Oromoon
Nama ni butti(Yeroo san) jirma teemiraa kan dachii irraa buqqa’e fakkaatu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 18-22 — Suuratu Al-Qamar

18كَذَّبَتْ عَادٌ فَكَيْفَ كَانَ عَذَابِي وَنُذُرِ
(Ummanni) Aad (Huudiin) sobsiifteadabbiin kiyyaafi akeekkachiifni kiyyaas akkam ta’e ree
19إِنَّا أَرْسَلْنَا عَلَيْهِمْ رِيحًا صَرْصَرًا فِي يَوْمِ نَحْسٍ مُّسْتَمِرٍّ
Qilleensa qorraa guyyaa hamaa itti fufaa ta’e keessa isaanitti ergine
20تَنزِعُ النَّاسَ كَأَنَّهُمْ أَعْجَازُ نَخْلٍ مُّنقَعِرٍ
Nama ni butti(Yeroo san) jirma teemiraa kan dachii irraa buqqa’e fakkaatu
21فَكَيْفَ كَانَ عَذَابِي وَنُذُرِ
(Yeroo san) adabbiin kiyyaafi akeekkachiisni kiyyas akkam ture laata
22وَلَقَدْ يَسَّرْنَا الْقُرْآنَ لِلذِّكْرِ فَهَلْ مِن مُّدَّكِرٍ
Dhugumatti, Qur’aana hubachuuf laaffifnee jirraNamni gorfamu jiraa
Al-QamarTarreeffama Qur'ana
55Aayah
MeccanRevelation
20Aayah

Hiikkaa — Al-Qamar 20

Suuratu Al-Qamar Aayah 20 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nama ni butti(Yeroo san) jirma teemiraa kan dachii irraa buqqa’e…

Suuratu Aayah 20/55 — Suuratu Al-Qamar القمر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qamar Caqasi, Suuratu Al-Qamar Hiikkaa, Suuratu Al-Qamar mp3, Suuratu Al-Qamar pdf. Aayah 18–22. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers