Al-Qamar · 34/55
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Qamar
إِنَّا أَرْسَلْنَا عَلَيْهِمْ حَاصِبًا إِلَّا آلَ لُوطٍ ۖ نَّجَّيْنَاهُم بِسَحَرٍ ۝٣٤
Innaa arsalnaa `alaihim haasiban illaaa aala Loot najjainaahum bisahar
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, Nuti isaan irratti bubbee cirrachaa erginee jirraMaatii Luux malee, (yeroo) bariisaa isaan baraarsine
🎧 Caqasi

📜 Aayah 32-36 — Al-Qamar

32وَلَقَدْ يَسَّرْنَا الْقُرْآنَ لِلذِّكْرِ فَهَلْ مِن مُّدَّكِرٍ
Dhugumatti, Qur’aana hubachuuf laaffifneerraEgaa namni gorfamu jiraa
33كَذَّبَتْ قَوْمُ لُوطٍ بِالنُّذُرِ
Ummanni “Luux” dinniina sobsiisaniiru
34إِنَّا أَرْسَلْنَا عَلَيْهِمْ حَاصِبًا إِلَّا آلَ لُوطٍ ۖ نَّجَّيْنَاهُم بِسَحَرٍ
Dhugumatti, Nuti isaan irratti bubbee cirrachaa erginee jirraMaatii Luux malee, (yeroo) bariisaa isaan baraarsine
35نِّعْمَةً مِّنْ عِندِنَا ۚ كَذَٰلِكَ نَجْزِي مَن شَكَرَ
Qananii Nu biraa ta’eef (baraarsine)Akka kanatti nama galata Nuuf galche mindeessina
36وَلَقَدْ أَنذَرَهُم بَطْشَتَنَا فَتَمَارَوْا بِالنُّذُرِ
Dhugumatti, inni (Luux) qabaa keenya isaan akeekkachiisee jiraIsaan garuu dinniinicha mormaniiru
Al-QamarTarreeffama Qur'ana
55Aayah
MeccanRevelation
34Aayah

Hiikkaa — Al-Qamar 34

Suuratu Al-Qamar Aayah 34 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, Nuti isaan irratti bubbee cirrachaa erginee jirraMaatii Luux malee,…

Suuratu Aayah 34/55 — Al-Qamar القمر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Qamar Caqasi, Al-Qamar Hiikkaa, Al-Qamar mp3, Al-Qamar pdf. Aayah 32–36. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers