Al-Qamar · 43/55
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qamar
أَكُفَّارُكُمْ خَيْرٌ مِّنْ أُولَٰئِكُمْ أَمْ لَكُم بَرَاءَةٌ فِي الزُّبُرِ ۝٤٣
Akuffaarukum khairum min ulaaa`ikum am lakum baraaa`atun fiz Zubur
📖 Afaan Oromoon
(Yaa Qureeyshotaa!) Sila kaafiroota keessantu isaan kanneen irra caala moo kitaabota keessa (adabbii irraa) baraaramuutu isiniif jira

🎧 Caqasi


📜 Aayah 41-45 — Suuratu Al-Qamar

41وَلَقَدْ جَاءَ آلَ فِرْعَوْنَ النُّذُرُ
Dhugumatti, maatii Fir’awnitti akeekkachiifni dhufeera
42كَذَّبُوا بِآيَاتِنَا كُلِّهَا فَأَخَذْنَاهُمْ أَخْذَ عَزِيزٍ مُّقْتَدِرٍ
Mallattoolee keenya hunda sobsiisaniiti, qabaa Isa injifataa, danda’aa ta’ee isaan qabne
43أَكُفَّارُكُمْ خَيْرٌ مِّنْ أُولَٰئِكُمْ أَمْ لَكُم بَرَاءَةٌ فِي الزُّبُرِ
(Yaa Qureeyshotaa!) Sila kaafiroota keessantu isaan kanneen irra caala moo kitaabota keessa (adabbii irraa) baraaramuutu isiniif jira
44أَمْ يَقُولُونَ نَحْنُ جَمِيعٌ مُّنتَصِرٌ
Hinumaayyuu “Nuti tuuta injifattoota” jedhu
45سَيُهْزَمُ الْجَمْعُ وَيُوَلُّونَ الدُّبُرَ
Tuutni isaanii cabsameeti dugda gara galuuf jiru
Al-QamarTarreeffama Qur'ana
55Aayah
MeccanRevelation
43Aayah

Hiikkaa — Al-Qamar 43

Suuratu Al-Qamar Aayah 43 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Yaa Qureeyshotaa!) Sila kaafiroota keessantu isaan kanneen irra caala moo…

Suuratu Aayah 43/55 — Suuratu Al-Qamar القمر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qamar Caqasi, Suuratu Al-Qamar Hiikkaa, Suuratu Al-Qamar mp3, Suuratu Al-Qamar pdf. Aayah 41–45. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers