Al-Qamar · 44/55
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qamar
أَمْ يَقُولُونَ نَحْنُ جَمِيعٌ مُّنتَصِرٌ ۝٤٤
Am yaqooloona nahnu jamee`um muntasir
📖 Afaan Oromoon
Hinumaayyuu “Nuti tuuta injifattoota” jedhu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 42-46 — Suuratu Al-Qamar

42كَذَّبُوا بِآيَاتِنَا كُلِّهَا فَأَخَذْنَاهُمْ أَخْذَ عَزِيزٍ مُّقْتَدِرٍ
Mallattoolee keenya hunda sobsiisaniiti, qabaa Isa injifataa, danda’aa ta’ee isaan qabne
43أَكُفَّارُكُمْ خَيْرٌ مِّنْ أُولَٰئِكُمْ أَمْ لَكُم بَرَاءَةٌ فِي الزُّبُرِ
(Yaa Qureeyshotaa!) Sila kaafiroota keessantu isaan kanneen irra caala moo kitaabota keessa (adabbii irraa) baraaramuutu isiniif jira
44أَمْ يَقُولُونَ نَحْنُ جَمِيعٌ مُّنتَصِرٌ
Hinumaayyuu “Nuti tuuta injifattoota” jedhu
45سَيُهْزَمُ الْجَمْعُ وَيُوَلُّونَ الدُّبُرَ
Tuutni isaanii cabsameeti dugda gara galuuf jiru
46بَلِ السَّاعَةُ مَوْعِدُهُمْ وَالسَّاعَةُ أَدْهَىٰ وَأَمَرُّ
Dhugumatti, Qiyaamaan beellama isaaniitiQiyaamaan irra ulfaattuufi akkaan hadhooftuudha
Al-QamarTarreeffama Qur'ana
55Aayah
MeccanRevelation
44Aayah

Hiikkaa — Al-Qamar 44

Suuratu Al-Qamar Aayah 44 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Hinumaayyuu “Nuti tuuta injifattoota” jedhu

Suuratu Aayah 44/55 — Suuratu Al-Qamar القمر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qamar Caqasi, Suuratu Al-Qamar Hiikkaa, Suuratu Al-Qamar mp3, Suuratu Al-Qamar pdf. Aayah 42–46. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers