Al-Qamar · 52/55
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Qamar
وَكُلُّ شَيْءٍ فَعَلُوهُ فِي الزُّبُرِ ۝٥٢
Wa kullu shai`in fa`aloohu fiz Zubur
📖 Afaan Oromoon
Wanti isaan hojjatan hunduu galmeewwan keessa jira
🎧 Caqasi

📜 Aayah 50-54 — Al-Qamar

50وَمَا أَمْرُنَا إِلَّا وَاحِدَةٌ كَلَمْحٍ بِالْبَصَرِ
Ajajni keenya akkuma liphsuu ijaa yeroo tokko qofa
51وَلَقَدْ أَهْلَكْنَا أَشْيَاعَكُمْ فَهَلْ مِن مُّدَّكِرٍ
Dhugumatti, Nuti fakkaattota keessan balleessinee jirraNamni gorfamu jiraa
52وَكُلُّ شَيْءٍ فَعَلُوهُ فِي الزُّبُرِ
Wanti isaan hojjatan hunduu galmeewwan keessa jira
53وَكُلُّ صَغِيرٍ وَكَبِيرٍ مُّسْتَطَرٌ
Wanti xiqqaafi guddaan hundi barreeffamaadha
54إِنَّ الْمُتَّقِينَ فِي جَنَّاتٍ وَنَهَرٍ
Dhugumatti, warri Rabbiin sodaatan jannataafi laggeen keessa jiraatu
Al-QamarTarreeffama Qur'ana
55Aayah
MeccanRevelation
52Aayah

Hiikkaa — Al-Qamar 52

Suuratu Al-Qamar Aayah 52 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Wanti isaan hojjatan hunduu galmeewwan keessa jira

Suuratu Aayah 52/55 — Al-Qamar القمر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Qamar Caqasi, Al-Qamar Hiikkaa, Al-Qamar mp3, Al-Qamar pdf. Aayah 50–54. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers