Al-Qamar · 53/55
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qamar
وَكُلُّ صَغِيرٍ وَكَبِيرٍ مُّسْتَطَرٌ ۝٥٣
Wa kullu sagheerinw wa kabeerim mustatar
📖 Afaan Oromoon
Wanti xiqqaafi guddaan hundi barreeffamaadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 51-55 — Suuratu Al-Qamar

51وَلَقَدْ أَهْلَكْنَا أَشْيَاعَكُمْ فَهَلْ مِن مُّدَّكِرٍ
Dhugumatti, Nuti fakkaattota keessan balleessinee jirraNamni gorfamu jiraa
52وَكُلُّ شَيْءٍ فَعَلُوهُ فِي الزُّبُرِ
Wanti isaan hojjatan hunduu galmeewwan keessa jira
53وَكُلُّ صَغِيرٍ وَكَبِيرٍ مُّسْتَطَرٌ
Wanti xiqqaafi guddaan hundi barreeffamaadha
54إِنَّ الْمُتَّقِينَ فِي جَنَّاتٍ وَنَهَرٍ
Dhugumatti, warri Rabbiin sodaatan jannataafi laggeen keessa jiraatu
55فِي مَقْعَدِ صِدْقٍ عِندَ مَلِيكٍ مُّقْتَدِرٍ
Teessoo dhugaa (jannata) keessa Mootii danda’aa bira jiraatu
Al-QamarTarreeffama Qur'ana
55Aayah
MeccanRevelation
53Aayah

Hiikkaa — Al-Qamar 53

Suuratu Al-Qamar Aayah 53 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Wanti xiqqaafi guddaan hundi barreeffamaadha

Suuratu Aayah 53/55 — Suuratu Al-Qamar القمر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qamar Caqasi, Suuratu Al-Qamar Hiikkaa, Suuratu Al-Qamar mp3, Suuratu Al-Qamar pdf. Aayah 51–55. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers