Al-Qamar · 51/55
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Qamar
وَلَقَدْ أَهْلَكْنَا أَشْيَاعَكُمْ فَهَلْ مِن مُّدَّكِرٍ ۝٥١
Wa laqad ahlaknaaa ashyaa`akum fahal mim muddakir
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, Nuti fakkaattota keessan balleessinee jirraNamni gorfamu jiraa
🎧 Caqasi

📜 Aayah 49-53 — Al-Qamar

49إِنَّا كُلَّ شَيْءٍ خَلَقْنَاهُ بِقَدَرٍ
Nuti waan hunda hamma murtaa’een isa uumne
50وَمَا أَمْرُنَا إِلَّا وَاحِدَةٌ كَلَمْحٍ بِالْبَصَرِ
Ajajni keenya akkuma liphsuu ijaa yeroo tokko qofa
51وَلَقَدْ أَهْلَكْنَا أَشْيَاعَكُمْ فَهَلْ مِن مُّدَّكِرٍ
Dhugumatti, Nuti fakkaattota keessan balleessinee jirraNamni gorfamu jiraa
52وَكُلُّ شَيْءٍ فَعَلُوهُ فِي الزُّبُرِ
Wanti isaan hojjatan hunduu galmeewwan keessa jira
53وَكُلُّ صَغِيرٍ وَكَبِيرٍ مُّسْتَطَرٌ
Wanti xiqqaafi guddaan hundi barreeffamaadha
Al-QamarTarreeffama Qur'ana
55Aayah
MeccanRevelation
51Aayah

Hiikkaa — Al-Qamar 51

Suuratu Al-Qamar Aayah 51 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, Nuti fakkaattota keessan balleessinee jirraNamni gorfamu jiraa

Suuratu Aayah 51/55 — Al-Qamar القمر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Qamar Caqasi, Al-Qamar Hiikkaa, Al-Qamar mp3, Al-Qamar pdf. Aayah 49–53. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers