Al-Waqi'ah · 51/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Waqi'ah
ثُمَّ إِنَّكُمْ أَيُّهَا الضَّالُّونَ الْمُكَذِّبُونَ ۝٥١
summa innakum ayyuhad daaalloonal mukazziboon
📖 Afaan Oromoon
Ergasii isin yaa jallattoota sobsiiftotaa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 49-53 — Suuratu Al-Waqi'ah

49قُلْ إِنَّ الْأَوَّلِينَ وَالْآخِرِينَ
“(Yaa Muhammad!) dhugumatti, isaan jalqabaas ta’ee isaan boodaas (ni kaafamu)” jedhiin
50لَمَجْمُوعُونَ إِلَىٰ مِيقَاتِ يَوْمٍ مَّعْلُومٍ
Beellama guyyaa beekamaa keessatti walitti qabamuuf jiru
51ثُمَّ إِنَّكُمْ أَيُّهَا الضَّالُّونَ الْمُكَذِّبُونَ
Ergasii isin yaa jallattoota sobsiiftotaa
52لَآكِلُونَ مِن شَجَرٍ مِّن زَقُّومٍ
Muka Zaqquum irraa nyaatoodha
53فَمَالِئُونَ مِنْهَا الْبُطُونَ
Ishee irraas garaa keessan guuttatoodha
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
51Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 51

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 51 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ergasii isin yaa jallattoota sobsiiftotaa

Suuratu Aayah 51/96 — Suuratu Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Waqi'ah Caqasi, Suuratu Al-Waqi'ah Hiikkaa, Suuratu Al-Waqi'ah mp3, Suuratu Al-Waqi'ah pdf. Aayah 49–53. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers