Al-Waqi'ah · 90/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Waqi'ah
وَأَمَّا إِن كَانَ مِنْ أَصْحَابِ الْيَمِينِ ۝٩٠
Wa ammaaa in kaana min as haabil yameen
📖 Afaan Oromoon
Yoo inni warra mirgaa irraa ta’e immoo

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 88-92 — Suuratu Al-Waqi'ah

88فَأَمَّا إِن كَانَ مِنَ الْمُقَرَّبِينَ
Yoo inni (namni du’e sun) namoota Rabbitti dhiyeeffaman irraa ta’e
89فَرَوْحٌ وَرَيْحَانٌ وَجَنَّتُ نَعِيمٍ
(Isaaf) haara galfii, gammachuufi jannata qananiitu jira
90وَأَمَّا إِن كَانَ مِنْ أَصْحَابِ الْيَمِينِ
Yoo inni warra mirgaa irraa ta’e immoo
91فَسَلَامٌ لَّكَ مِنْ أَصْحَابِ الْيَمِينِ
Warra mirgaa irraa waan taateef nagaan siif haa jiraatu” (isaan jedhama)
92وَأَمَّا إِن كَانَ مِنَ الْمُكَذِّبِينَ الضَّالِّينَ
Yoo sobsiiftota jallattoota irraa ta’e immoo
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
90Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 90

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 90 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yoo inni warra mirgaa irraa ta’e immoo

Suuratu Aayah 90/96 — Suuratu Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Waqi'ah Caqasi, Suuratu Al-Waqi'ah Hiikkaa, Suuratu Al-Waqi'ah mp3, Suuratu Al-Waqi'ah pdf. Aayah 88–92. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers