Al-Waqi'ah · 89/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Waqi'ah
فَرَوْحٌ وَرَيْحَانٌ وَجَنَّتُ نَعِيمٍ ۝٨٩
Farawhunw wa raihaa nunw wa jannatu na`eem
📖 Afaan Oromoon
(Isaaf) haara galfii, gammachuufi jannata qananiitu jira
🎧 Caqasi

📜 Aayah 87-91 — Al-Waqi'ah

87تَرْجِعُونَهَا إِن كُنتُمْ صَادِقِينَ
Yoo kan dhugaa dubbattan taatan maaliif hin deebiftanu
88فَأَمَّا إِن كَانَ مِنَ الْمُقَرَّبِينَ
Yoo inni (namni du’e sun) namoota Rabbitti dhiyeeffaman irraa ta’e
89فَرَوْحٌ وَرَيْحَانٌ وَجَنَّتُ نَعِيمٍ
(Isaaf) haara galfii, gammachuufi jannata qananiitu jira
90وَأَمَّا إِن كَانَ مِنْ أَصْحَابِ الْيَمِينِ
Yoo inni warra mirgaa irraa ta’e immoo
91فَسَلَامٌ لَّكَ مِنْ أَصْحَابِ الْيَمِينِ
Warra mirgaa irraa waan taateef nagaan siif haa jiraatu” (isaan jedhama)
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
89Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 89

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 89 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Isaaf) haara galfii, gammachuufi jannata qananiitu jira

Suuratu Aayah 89/96 — Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Waqi'ah Caqasi, Al-Waqi'ah Hiikkaa, Al-Waqi'ah mp3, Al-Waqi'ah pdf. Aayah 87–91. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers