Al-Hashr · 17/24
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hashr
فَكَانَ عَاقِبَتَهُمَا أَنَّهُمَا فِي النَّارِ خَالِدَيْنِ فِيهَا ۚ وَذَٰلِكَ جَزَاءُ الظَّالِمِينَ ۝١٧
Fakaana `aaqibatahumaaa annahumaa fin naari khaalidaini feehaa; wa zaalika jazaaa`uz zaalimeen
📖 Afaan Oromoon
Xumurri isaan lamaaniituu keessatti hafoo taanii ibidda keessa tauudhaKun immoo mindaa miidhaa raawwattootaati

🎧 Caqasi


📜 Aayah 15-19 — Suuratu Al-Hashr

15كَمَثَلِ الَّذِينَ مِن قَبْلِهِمْ قَرِيبًا ۖ ذَاقُوا وَبَالَ أَمْرِهِمْ وَلَهُمْ عَذَابٌ أَلِيمٌ
(Fakkeenyi isaanii) akka warra isaaniin dura yeroo dhihootti adabbii dalagaa isaanii dhandhamaniitiIsaaniifis adabbii laalessaatu jira
16كَمَثَلِ الشَّيْطَانِ إِذْ قَالَ لِلْإِنسَانِ اكْفُرْ فَلَمَّا كَفَرَ قَالَ إِنِّي بَرِيءٌ مِّنكَ إِنِّي أَخَافُ اللَّهَ رَبَّ الْعَالَمِينَ
Akka fakkii sheyxaanaa ilma namaatiin "(Rabbitti) kafari" jedhee erga inni kafaree booda immoo "ani sirraa qulqulluudha; ani Rabbii Gooftaa aalamaan sodaadha" jedheeti
17فَكَانَ عَاقِبَتَهُمَا أَنَّهُمَا فِي النَّارِ خَالِدَيْنِ فِيهَا ۚ وَذَٰلِكَ جَزَاءُ الظَّالِمِينَ
Xumurri isaan lamaaniituu keessatti hafoo taanii ibidda keessa tauudhaKun immoo mindaa miidhaa raawwattootaati
18يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا اتَّقُوا اللَّهَ وَلْتَنظُرْ نَفْسٌ مَّا قَدَّمَتْ لِغَدٍ ۖ وَاتَّقُوا اللَّهَ ۚ إِنَّ اللَّهَ خَبِيرٌ بِمَا تَعْمَلُونَ
Yaa warra amantan! Rabbiin sodaadhaaLubbuun kamuu waan boruuf dabarfatte haa ilaaltuAmmas Rabbiin sodaadhaaDhugumatti, Rabbiin waan isin hojjattan hunda keessa beekaadha
19وَلَا تَكُونُوا كَالَّذِينَ نَسُوا اللَّهَ فَأَنسَاهُمْ أَنفُسَهُمْ ۚ أُولَٰئِكَ هُمُ الْفَاسِقُونَ
Akka warra Rabbiin dagannaan lubbuu isaanii isaan dagachiisee hin tainaaIsaan isaanumatu finciltoota
Al-HashrTarreeffama Qur'ana
24Aayah
MedinanRevelation
17Aayah

Hiikkaa — Al-Hashr 17

Suuratu Al-Hashr Aayah 17 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Xumurri isaan lamaaniituu keessatti hafoo taanii ibidda keessa tauudhaKun immoo…

Suuratu Aayah 17/24 — Suuratu Al-Hashr الحشر (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hashr Caqasi, Suuratu Al-Hashr Hiikkaa, Suuratu Al-Hashr mp3, Suuratu Al-Hashr pdf. Aayah 15–19. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers