Al-An'am · 25/165
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-An'am
وَمِنْهُم مَّن يَسْتَمِعُ إِلَيْكَ ۖ وَجَعَلْنَا عَلَىٰ قُلُوبِهِمْ أَكِنَّةً أَن يَفْقَهُوهُ وَفِي آذَانِهِمْ وَقْرًا ۚ وَإِن يَرَوْا كُلَّ آيَةٍ لَّا يُؤْمِنُوا بِهَا ۚ حَتَّىٰ إِذَا جَاءُوكَ يُجَادِلُونَكَ يَقُولُ الَّذِينَ كَفَرُوا إِنْ هَٰذَا إِلَّا أَسَاطِيرُ الْأَوَّلِينَ ۝٢٥
Wa minhum mai yastami`u ilaika wa ja`alnaa `alaa quloobihim akinnatan ai yafqahoohu wa feee aazaanihim waqraa; wa ai yaraw kulla Aayatil laa yu`minoo bihaa; hattaaa izaa jaaa`oka yujaadiloonaka yaqoolul lazeena kafaroo in haazaa illaaa asaateerul awwaleen
📖 Afaan Oromoon
Isaan irraas nama gara kee dhageeffatutu jiraAkka isaan isa hin hubanne onnee isaanii irratti haguuggaa, gurra isaanii irratti immoo duudina taasifnee jirraOdoma mallattoowwan hundaa arganiiyyuu, isheetti hin amananuWarri kafare yeroo kan sitti falman taanii sibira dhufan, (Qur’aanni) kun ogbarruu warra durii malee waan biraatii miti" jedhu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 23-27 — Suuratu Al-An'am

23ثُمَّ لَمْ تَكُن فِتْنَتُهُمْ إِلَّا أَن قَالُوا وَاللَّهِ رَبِّنَا مَا كُنَّا مُشْرِكِينَ
Ergasii deebiin isaanii "Rabbii keenyaan kakannee! nuti mushrikoota hin taane" jechuu malee hin jiru
24انظُرْ كَيْفَ كَذَبُوا عَلَىٰ أَنفُسِهِمْ ۚ وَضَلَّ عَنْهُم مَّا كَانُوا يَفْتَرُونَ
Akka itti isaan lubbuu isaanii kijibsiisaniifi wanti isaan uumanii odeessaa turan akka itti isaan irraa bade mee ilaali
25وَمِنْهُم مَّن يَسْتَمِعُ إِلَيْكَ ۖ وَجَعَلْنَا عَلَىٰ قُلُوبِهِمْ أَكِنَّةً أَن يَفْقَهُوهُ وَفِي آذَانِهِمْ وَقْرًا ۚ وَإِن يَرَوْا كُلَّ آيَةٍ لَّا يُؤْمِنُوا بِهَا ۚ حَتَّىٰ إِذَا جَاءُوكَ يُجَادِلُونَكَ يَقُولُ الَّذِينَ كَفَرُوا إِنْ هَٰذَا إِلَّا أَسَاطِيرُ الْأَوَّلِينَ
Isaan irraas nama gara kee dhageeffatutu jiraAkka isaan isa hin hubanne onnee isaanii irratti haguuggaa, gurra isaanii irratti immoo duudina taasifnee jirraOdoma mallattoowwan hundaa arganiiyyuu, isheetti hin amananuWarri kafare yeroo kan sitti falman taanii sibira dhufan, (Qur’aanni) kun ogbarruu warra durii malee waan biraatii miti" jedhu
26وَهُمْ يَنْهَوْنَ عَنْهُ وَيَنْأَوْنَ عَنْهُ ۖ وَإِن يُهْلِكُونَ إِلَّا أَنفُسَهُمْ وَمَا يَشْعُرُونَ
Isaan isa (Muhammadiin) irraa dhorgu; Isa irraas fagaatanLubbuu isaanii malee homaa hin balleessan; garuu hin beekanu
27وَلَوْ تَرَىٰ إِذْ وُقِفُوا عَلَى النَّارِ فَقَالُوا يَا لَيْتَنَا نُرَدُّ وَلَا نُكَذِّبَ بِآيَاتِ رَبِّنَا وَنَكُونَ مِنَ الْمُؤْمِنِينَ
Yeroo isaan ibidda irra dhaabamanii "yaa hawwii keenya! odoo (addunyaatti) deebifamnee aayatoota Rabbii keenyaas kijibsiisuu dhiifnee muumina irraas taanee" jedhan argitee (waan rifachiisaa argita ture)
Al-An'amTarreeffama Qur'ana
165Aayah
MeccanRevelation
25Aayah

Hiikkaa — Al-An'am 25

Suuratu Al-An'am Aayah 25 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan irraas nama gara kee dhageeffatutu jiraAkka isaan isa hin…

Suuratu Aayah 25/165 — Suuratu Al-An'am الأنعام (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-An'am Caqasi, Suuratu Al-An'am Hiikkaa, Suuratu Al-An'am mp3, Suuratu Al-An'am pdf. Aayah 23–27. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers