Al-An'am · 24/165
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-An'am
انظُرْ كَيْفَ كَذَبُوا عَلَىٰ أَنفُسِهِمْ ۚ وَضَلَّ عَنْهُم مَّا كَانُوا يَفْتَرُونَ ۝٢٤
Unzur kaifa kazaboo `alaaa anfusihim, wa dalla `anhum maa kaanoo yaftaroon
📖 Afaan Oromoon
Akka itti isaan lubbuu isaanii kijibsiisaniifi wanti isaan uumanii odeessaa turan akka itti isaan irraa bade mee ilaali

🎧 Caqasi


📜 Aayah 22-26 — Suuratu Al-An'am

22وَيَوْمَ نَحْشُرُهُمْ جَمِيعًا ثُمَّ نَقُولُ لِلَّذِينَ أَشْرَكُوا أَيْنَ شُرَكَاؤُكُمُ الَّذِينَ كُنتُمْ تَزْعُمُونَ
Guyyaa hunda isaanii walitti qabnee, ergasii isaan qindeessaniin "sila warri isin Rabbii wajjin gabbaramoodha jettanii mormaa turtan eessa jiru?" jennuun san [yaadadhu]
23ثُمَّ لَمْ تَكُن فِتْنَتُهُمْ إِلَّا أَن قَالُوا وَاللَّهِ رَبِّنَا مَا كُنَّا مُشْرِكِينَ
Ergasii deebiin isaanii "Rabbii keenyaan kakannee! nuti mushrikoota hin taane" jechuu malee hin jiru
24انظُرْ كَيْفَ كَذَبُوا عَلَىٰ أَنفُسِهِمْ ۚ وَضَلَّ عَنْهُم مَّا كَانُوا يَفْتَرُونَ
Akka itti isaan lubbuu isaanii kijibsiisaniifi wanti isaan uumanii odeessaa turan akka itti isaan irraa bade mee ilaali
25وَمِنْهُم مَّن يَسْتَمِعُ إِلَيْكَ ۖ وَجَعَلْنَا عَلَىٰ قُلُوبِهِمْ أَكِنَّةً أَن يَفْقَهُوهُ وَفِي آذَانِهِمْ وَقْرًا ۚ وَإِن يَرَوْا كُلَّ آيَةٍ لَّا يُؤْمِنُوا بِهَا ۚ حَتَّىٰ إِذَا جَاءُوكَ يُجَادِلُونَكَ يَقُولُ الَّذِينَ كَفَرُوا إِنْ هَٰذَا إِلَّا أَسَاطِيرُ الْأَوَّلِينَ
Isaan irraas nama gara kee dhageeffatutu jiraAkka isaan isa hin hubanne onnee isaanii irratti haguuggaa, gurra isaanii irratti immoo duudina taasifnee jirraOdoma mallattoowwan hundaa arganiiyyuu, isheetti hin amananuWarri kafare yeroo kan sitti falman taanii sibira dhufan, (Qur’aanni) kun ogbarruu warra durii malee waan biraatii miti" jedhu
26وَهُمْ يَنْهَوْنَ عَنْهُ وَيَنْأَوْنَ عَنْهُ ۖ وَإِن يُهْلِكُونَ إِلَّا أَنفُسَهُمْ وَمَا يَشْعُرُونَ
Isaan isa (Muhammadiin) irraa dhorgu; Isa irraas fagaatanLubbuu isaanii malee homaa hin balleessan; garuu hin beekanu
Al-An'amTarreeffama Qur'ana
165Aayah
MeccanRevelation
24Aayah

Hiikkaa — Al-An'am 24

Suuratu Al-An'am Aayah 24 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Akka itti isaan lubbuu isaanii kijibsiisaniifi wanti isaan uumanii odeessaa…

Suuratu Aayah 24/165 — Suuratu Al-An'am الأنعام (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-An'am Caqasi, Suuratu Al-An'am Hiikkaa, Suuratu Al-An'am mp3, Suuratu Al-An'am pdf. Aayah 22–26. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers