Al-An'am · 68/165
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-An'am
وَإِذَا رَأَيْتَ الَّذِينَ يَخُوضُونَ فِي آيَاتِنَا فَأَعْرِضْ عَنْهُمْ حَتَّىٰ يَخُوضُوا فِي حَدِيثٍ غَيْرِهِ ۚ وَإِمَّا يُنسِيَنَّكَ الشَّيْطَانُ فَلَا تَقْعُدْ بَعْدَ الذِّكْرَىٰ مَعَ الْقَوْمِ الظَّالِمِينَ ٦٨
Transliteration
Wa izaa ra aital lazeena yakhoodoona feee Aayaatinaa fa a`rid `anhum hattaa yakkhoodoo fee hadeesin ghairih; wa immaa yunsiyannakash Shaitaanu falaa taq`ud ba`dazzikraa ma`al qawmiz zaalimeen
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Yeroo warra keeyyattoota keenya keessa seenan (itti qoosan) argite, hanga isaan dubbii sanaan alaa keessa seenanitti isaan irraa garagaliYoo sheyxaanni si dagachiises, yaadannoo booda ummata miidhaa raawwattoota wajjin hin taa’in
🎧 Caqasi
📜 Aayah 66-70 — Al-An'am
66وَكَذَّبَ بِهِ قَوْمُكَ وَهُوَ الْحَقُّ ۚ قُل لَّسْتُ عَلَيْكُم بِوَكِيلٍ
Odoo inni dhugaa taee jiruu ummanni kee isa kijibsiisan"Ani isin irratti tiksaa miti" jedhiin
67لِّكُلِّ نَبَإٍ مُّسْتَقَرٌّ ۚ وَسَوْفَ تَعْلَمُونَ
Oduu hundaaf yeroo itti mirkanaa’utu jiraFuula dura beektu
68وَإِذَا رَأَيْتَ الَّذِينَ يَخُوضُونَ فِي آيَاتِنَا فَأَعْرِضْ عَنْهُمْ حَتَّىٰ يَخُوضُوا فِي حَدِيثٍ غَيْرِهِ ۚ وَإِمَّا يُنسِيَنَّكَ الشَّيْطَانُ فَلَا تَقْعُدْ بَعْدَ الذِّكْرَىٰ مَعَ الْقَوْمِ الظَّالِمِينَ
Yeroo warra keeyyattoota keenya keessa seenan (itti qoosan) argite, hanga isaan dubbii sanaan alaa keessa seenanitti isaan irraa garagaliYoo sheyxaanni si dagachiises, yaadannoo booda ummata miidhaa raawwattoota wajjin hin taa’in
69وَمَا عَلَى الَّذِينَ يَتَّقُونَ مِنْ حِسَابِهِم مِّن شَيْءٍ وَلَٰكِن ذِكْرَىٰ لَعَلَّهُمْ يَتَّقُونَ
Warra (Rabbiin) sodaatan irra dilii isaanii irraa homaayyuu hin jiruGaruu akka isaan eeggataniif jecha gorsatu (isaaniif jira)
70وَذَرِ الَّذِينَ اتَّخَذُوا دِينَهُمْ لَعِبًا وَلَهْوًا وَغَرَّتْهُمُ الْحَيَاةُ الدُّنْيَا ۚ وَذَكِّرْ بِهِ أَن تُبْسَلَ نَفْسٌ بِمَا كَسَبَتْ لَيْسَ لَهَا مِن دُونِ اللَّهِ وَلِيٌّ وَلَا شَفِيعٌ وَإِن تَعْدِلْ كُلَّ عَدْلٍ لَّا يُؤْخَذْ مِنْهَا ۗ أُولَٰئِكَ الَّذِينَ أُبْسِلُوا بِمَا كَسَبُوا ۖ لَهُمْ شَرَابٌ مِّنْ حَمِيمٍ وَعَذَابٌ أَلِيمٌ بِمَا كَانُوا يَكْفُرُونَ
Warra amantii isaanii taphaafi qoosaa godhatanii jireenyi addunyaa isaan gowwoomsite isaan dhiisiAkka lubbuun waan hojjatteen hin banne isaan (Qur’aanaan) gorsiRabbii gaditti jaalalleefi manguddoonni isaaniif hin taaneLubbuun hundi odoo kafaltii hunda kafalteeyyuu ishee irraa hin fuudhamuIsaan sun warra waan hojjataniin balleeffamaniIsaaniif waan kafaraa turaniif jecha dhugaatii bishaan danfaa irraa ta’eefi adabbii laalessaa ta’etu jira
Al-An'amTarreeffama Qur'ana
165Aayah
MeccanRevelation
68Aayah
Hiikkaa — Al-An'am 68
Suuratu Al-An'am Aayah 68 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo warra keeyyattoota keenya keessa seenan (itti qoosan) argite, hanga…Suuratu Aayah 68/165 — Al-An'am الأنعام (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-An'am Caqasi, Al-An'am Hiikkaa, Al-An'am mp3, Al-An'am pdf. Aayah 66–70. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








