Al-An'am · 67/165
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-An'am
لِّكُلِّ نَبَإٍ مُّسْتَقَرٌّ ۚ وَسَوْفَ تَعْلَمُونَ ۝٦٧
Likulli naba im mustaqar runw wa sawfa ta`lamoon
📖 Afaan Oromoon
Oduu hundaaf yeroo itti mirkanaa’utu jiraFuula dura beektu
🎧 Caqasi

📜 Aayah 65-69 — Al-An'am

65قُلْ هُوَ الْقَادِرُ عَلَىٰ أَن يَبْعَثَ عَلَيْكُمْ عَذَابًا مِّن فَوْقِكُمْ أَوْ مِن تَحْتِ أَرْجُلِكُمْ أَوْ يَلْبِسَكُمْ شِيَعًا وَيُذِيقَ بَعْضَكُم بَأْسَ بَعْضٍ ۗ انظُرْ كَيْفَ نُصَرِّفُ الْآيَاتِ لَعَلَّهُمْ يَفْقَهُونَ
Jedhi: "Inni adabbii gubbaa keessan irraa yookiin miila keessan jalaa isin irratti erguu, yookiin garee haala taataniin isin walitti makee garii keessan lola garii dhandhamsiisuu irratti danda’aadha." Akka isaan hubataniif jecha akkamitti keeyyattoota akka ibsinu ilaali
66وَكَذَّبَ بِهِ قَوْمُكَ وَهُوَ الْحَقُّ ۚ قُل لَّسْتُ عَلَيْكُم بِوَكِيلٍ
Odoo inni dhugaa taee jiruu ummanni kee isa kijibsiisan"Ani isin irratti tiksaa miti" jedhiin
67لِّكُلِّ نَبَإٍ مُّسْتَقَرٌّ ۚ وَسَوْفَ تَعْلَمُونَ
Oduu hundaaf yeroo itti mirkanaa’utu jiraFuula dura beektu
68وَإِذَا رَأَيْتَ الَّذِينَ يَخُوضُونَ فِي آيَاتِنَا فَأَعْرِضْ عَنْهُمْ حَتَّىٰ يَخُوضُوا فِي حَدِيثٍ غَيْرِهِ ۚ وَإِمَّا يُنسِيَنَّكَ الشَّيْطَانُ فَلَا تَقْعُدْ بَعْدَ الذِّكْرَىٰ مَعَ الْقَوْمِ الظَّالِمِينَ
Yeroo warra keeyyattoota keenya keessa seenan (itti qoosan) argite, hanga isaan dubbii sanaan alaa keessa seenanitti isaan irraa garagaliYoo sheyxaanni si dagachiises, yaadannoo booda ummata miidhaa raawwattoota wajjin hin taa’in
69وَمَا عَلَى الَّذِينَ يَتَّقُونَ مِنْ حِسَابِهِم مِّن شَيْءٍ وَلَٰكِن ذِكْرَىٰ لَعَلَّهُمْ يَتَّقُونَ
Warra (Rabbiin) sodaatan irra dilii isaanii irraa homaayyuu hin jiruGaruu akka isaan eeggataniif jecha gorsatu (isaaniif jira)
Al-An'amTarreeffama Qur'ana
165Aayah
MeccanRevelation
67Aayah

Hiikkaa — Al-An'am 67

Suuratu Al-An'am Aayah 67 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Oduu hundaaf yeroo itti mirkanaa’utu jiraFuula dura beektu

Suuratu Aayah 67/165 — Al-An'am الأنعام (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-An'am Caqasi, Al-An'am Hiikkaa, Al-An'am mp3, Al-An'am pdf. Aayah 65–69. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers