Al-Mumtahanah · 7/13
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mumtahanah
۞ عَسَى اللَّهُ أَن يَجْعَلَ بَيْنَكُمْ وَبَيْنَ الَّذِينَ عَادَيْتُم مِّنْهُم مَّوَدَّةً ۚ وَاللَّهُ قَدِيرٌ ۚ وَاللَّهُ غَفُورٌ رَّحِيمٌ ۝٧
Asal laahu any yaj`ala bainakum wa bainal lazeena `aadaitum minhum mawaddah; wallahu qadeer; wallahu ghafoorur raheem
📖 Afaan Oromoon
Rabbiin gidduu keessaniifi gidduu warra isin isaan irraa diinomfattanii (nyaapha godhattanii) jaalala taasisuun ni kajeelamaRabbiinis DandaaadhaAmmas Rabbiin araaramaa rahmata godhaadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 5-9 — Suuratu Al-Mumtahanah

5رَبَّنَا لَا تَجْعَلْنَا فِتْنَةً لِّلَّذِينَ كَفَرُوا وَاغْفِرْ لَنَا رَبَّنَا ۖ إِنَّكَ أَنتَ الْعَزِيزُ الْحَكِيمُ
Gooftaa keenya! warra kafaraniif mokkoroo nu hin godhinGooftaa keenya! Nuuf araarami; Ati injifataa ogeessa
6لَقَدْ كَانَ لَكُمْ فِيهِمْ أُسْوَةٌ حَسَنَةٌ لِّمَن كَانَ يَرْجُو اللَّهَ وَالْيَوْمَ الْآخِرَ ۚ وَمَن يَتَوَلَّ فَإِنَّ اللَّهَ هُوَ الْغَنِيُّ الْحَمِيدُ
Dhugumatti, nama Rabbiifi Guyyaa Aakhiraa kajeeluuf isaan keessa hidhannoo gaariitu isiniif jiraNamni (kanarraa) garagale (ofuma miidha)Dhugumatti Rabbiinis dureessa faarfamaadha
7۞ عَسَى اللَّهُ أَن يَجْعَلَ بَيْنَكُمْ وَبَيْنَ الَّذِينَ عَادَيْتُم مِّنْهُم مَّوَدَّةً ۚ وَاللَّهُ قَدِيرٌ ۚ وَاللَّهُ غَفُورٌ رَّحِيمٌ
Rabbiin gidduu keessaniifi gidduu warra isin isaan irraa diinomfattanii (nyaapha godhattanii) jaalala taasisuun ni kajeelamaRabbiinis DandaaadhaAmmas Rabbiin araaramaa rahmata godhaadha
8لَّا يَنْهَاكُمُ اللَّهُ عَنِ الَّذِينَ لَمْ يُقَاتِلُوكُمْ فِي الدِّينِ وَلَمْ يُخْرِجُوكُم مِّن دِيَارِكُمْ أَن تَبَرُّوهُمْ وَتُقْسِطُوا إِلَيْهِمْ ۚ إِنَّ اللَّهَ يُحِبُّ الْمُقْسِطِينَ
Rabbiin isaan sababaa amantiitiin isin hin waraaniniifi manneen keessan irraa isin hin baasiniif tola ooluufi haqaan waliin jiraachuu isin hin dhorguDhugumatti, Rabbiin warra haqa dalagan ni jaalata
9إِنَّمَا يَنْهَاكُمُ اللَّهُ عَنِ الَّذِينَ قَاتَلُوكُمْ فِي الدِّينِ وَأَخْرَجُوكُم مِّن دِيَارِكُمْ وَظَاهَرُوا عَلَىٰ إِخْرَاجِكُمْ أَن تَوَلَّوْهُمْ ۚ وَمَن يَتَوَلَّهُمْ فَأُولَٰئِكَ هُمُ الظَّالِمُونَ
Kan Rabbiin isin dhorgu warra sababaa amantiitiin isin waraananiifi manneen keessan irraa isin baasan, akkasumas isin baasuu irratti gargaaran jaalalloo godhachuudhaNamni isaan jaalalloo godhate, isaan warra of miidhoodha
Al-MumtahanahTarreeffama Qur'ana
13Aayah
MedinanRevelation
7Aayah

Hiikkaa — Al-Mumtahanah 7

Suuratu Al-Mumtahanah Aayah 7 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Rabbiin gidduu keessaniifi gidduu warra isin isaan irraa diinomfattanii (nyaapha…

Suuratu Aayah 7/13 — Suuratu Al-Mumtahanah الممتحنة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mumtahanah Caqasi, Suuratu Al-Mumtahanah Hiikkaa, Suuratu Al-Mumtahanah mp3, Suuratu Al-Mumtahanah pdf. Aayah 5–9. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers