Al-Qalam · 19/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qalam
فَطَافَ عَلَيْهَا طَائِفٌ مِّن رَّبِّكَ وَهُمْ نَائِمُونَ ۝١٩
Fataafa `alaihaa taaa`i fum mir rabbika wa hum naaa`imoon
📖 Afaan Oromoon
Odoo isaan rafanuu, naannaaan (adabbiin) Rabbii kee biraa tae ishee irra naannae

🎧 Caqasi


📜 Aayah 17-21 — Suuratu Al-Qalam

17إِنَّا بَلَوْنَاهُمْ كَمَا بَلَوْنَا أَصْحَابَ الْجَنَّةِ إِذْ أَقْسَمُوا لَيَصْرِمُنَّهَا مُصْبِحِينَ
Dhugumatti, Nuti akkuma abbootii ashaakiltii yeroo isaan bariidhaan ishee funaannachuuf kakatan qormaannetti, isaanis (mushrikoota Makkaas) qormaanneerra
18وَلَا يَسْتَثْنُونَ
Siinoo hin baasanu (yoo Rabbiin fedhe hin jedhan)
19فَطَافَ عَلَيْهَا طَائِفٌ مِّن رَّبِّكَ وَهُمْ نَائِمُونَ
Odoo isaan rafanuu, naannaaan (adabbiin) Rabbii kee biraa tae ishee irra naannae
20فَأَصْبَحَتْ كَالصَّرِيمِ
Akka halkan dukkanaa (cilee) taatee bulte
21فَتَنَادَوْا مُصْبِحِينَ
Bariidhaan walitti lallaban
Al-QalamTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
19Aayah

Hiikkaa — Al-Qalam 19

Suuratu Al-Qalam Aayah 19 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Odoo isaan rafanuu, naannaaan (adabbiin) Rabbii kee biraa tae ishee…

Suuratu Aayah 19/52 — Suuratu Al-Qalam القلم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qalam Caqasi, Suuratu Al-Qalam Hiikkaa, Suuratu Al-Qalam mp3, Suuratu Al-Qalam pdf. Aayah 17–21. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers