Al-Qalam · 18/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qalam
وَلَا يَسْتَثْنُونَ ۝١٨
Wa laa yastasnoon
📖 Afaan Oromoon
Siinoo hin baasanu (yoo Rabbiin fedhe hin jedhan)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 16-20 — Suuratu Al-Qalam

16سَنَسِمُهُ عَلَى الْخُرْطُومِ
Funyaan irratti isa mallatteessina
17إِنَّا بَلَوْنَاهُمْ كَمَا بَلَوْنَا أَصْحَابَ الْجَنَّةِ إِذْ أَقْسَمُوا لَيَصْرِمُنَّهَا مُصْبِحِينَ
Dhugumatti, Nuti akkuma abbootii ashaakiltii yeroo isaan bariidhaan ishee funaannachuuf kakatan qormaannetti, isaanis (mushrikoota Makkaas) qormaanneerra
18وَلَا يَسْتَثْنُونَ
Siinoo hin baasanu (yoo Rabbiin fedhe hin jedhan)
19فَطَافَ عَلَيْهَا طَائِفٌ مِّن رَّبِّكَ وَهُمْ نَائِمُونَ
Odoo isaan rafanuu, naannaaan (adabbiin) Rabbii kee biraa tae ishee irra naannae
20فَأَصْبَحَتْ كَالصَّرِيمِ
Akka halkan dukkanaa (cilee) taatee bulte
Al-QalamTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
18Aayah

Hiikkaa — Al-Qalam 18

Suuratu Al-Qalam Aayah 18 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Siinoo hin baasanu (yoo Rabbiin fedhe hin jedhan)

Suuratu Aayah 18/52 — Suuratu Al-Qalam القلم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qalam Caqasi, Suuratu Al-Qalam Hiikkaa, Suuratu Al-Qalam mp3, Suuratu Al-Qalam pdf. Aayah 16–20. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers