Al-Qalam · 36/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qalam
مَا لَكُمْ كَيْفَ تَحْكُمُونَ ۝٣٦
Maa lakum kaifa tahhkumoon
📖 Afaan Oromoon
Maalumatu isiniif jira? Akkamitti murteessitu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 34-38 — Suuratu Al-Qalam

34إِنَّ لِلْمُتَّقِينَ عِندَ رَبِّهِمْ جَنَّاتِ النَّعِيمِ
Dhugumatti, warra Rabbiin sodaataniif Gooftaa isaanii bira Jannata qananiitu jira
35أَفَنَجْعَلُ الْمُسْلِمِينَ كَالْمُجْرِمِينَ
Sila Nuti muslimoota akka yakkamtootaa ni goonaa
36مَا لَكُمْ كَيْفَ تَحْكُمُونَ
Maalumatu isiniif jira? Akkamitti murteessitu
37أَمْ لَكُمْ كِتَابٌ فِيهِ تَدْرُسُونَ
Dhugumatti, kitaaba (samii bue) kan isa keessaa dubbiftantu isiniif jiraa
38إِنَّ لَكُمْ فِيهِ لَمَا تَخَيَّرُونَ
Kan dhugumatti, isa keessa wanti isin filattan jiru (qabduu)
Al-QalamTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
36Aayah

Hiikkaa — Al-Qalam 36

Suuratu Al-Qalam Aayah 36 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Maalumatu isiniif jira? Akkamitti murteessitu

Suuratu Aayah 36/52 — Suuratu Al-Qalam القلم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qalam Caqasi, Suuratu Al-Qalam Hiikkaa, Suuratu Al-Qalam mp3, Suuratu Al-Qalam pdf. Aayah 34–38. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers