Al-Qalam · 38/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qalam
إِنَّ لَكُمْ فِيهِ لَمَا تَخَيَّرُونَ ۝٣٨
Inna lakum feehi lamaa takhaiyaroon
📖 Afaan Oromoon
Kan dhugumatti, isa keessa wanti isin filattan jiru (qabduu)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 36-40 — Suuratu Al-Qalam

36مَا لَكُمْ كَيْفَ تَحْكُمُونَ
Maalumatu isiniif jira? Akkamitti murteessitu
37أَمْ لَكُمْ كِتَابٌ فِيهِ تَدْرُسُونَ
Dhugumatti, kitaaba (samii bue) kan isa keessaa dubbiftantu isiniif jiraa
38إِنَّ لَكُمْ فِيهِ لَمَا تَخَيَّرُونَ
Kan dhugumatti, isa keessa wanti isin filattan jiru (qabduu)
39أَمْ لَكُمْ أَيْمَانٌ عَلَيْنَا بَالِغَةٌ إِلَىٰ يَوْمِ الْقِيَامَةِ ۙ إِنَّ لَكُمْ لَمَا تَحْكُمُونَ
Sila ‘wanti isin murteessitan isiniif jira’ jechuun kakuu Guyyaa Qiyaamaa keessatti bakka gaaa taetu isiniif jira moo
40سَلْهُمْ أَيُّهُم بِذَٰلِكَ زَعِيمٌ
Eenyuu isaaniitu sanaaf wabiidhaa isaan gaafadhu
Al-QalamTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
38Aayah

Hiikkaa — Al-Qalam 38

Suuratu Al-Qalam Aayah 38 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Kan dhugumatti, isa keessa wanti isin filattan jiru (qabduu)

Suuratu Aayah 38/52 — Suuratu Al-Qalam القلم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qalam Caqasi, Suuratu Al-Qalam Hiikkaa, Suuratu Al-Qalam mp3, Suuratu Al-Qalam pdf. Aayah 36–40. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers