Al-Qalam · 39/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qalam
أَمْ لَكُمْ أَيْمَانٌ عَلَيْنَا بَالِغَةٌ إِلَىٰ يَوْمِ الْقِيَامَةِ ۙ إِنَّ لَكُمْ لَمَا تَحْكُمُونَ ۝٣٩
Am lakum aymaanun `alainaa baalighatun ilaa yawmil qiyaamati inna lakum lamaa tahkumoon
📖 Afaan Oromoon
Sila ‘wanti isin murteessitan isiniif jira’ jechuun kakuu Guyyaa Qiyaamaa keessatti bakka gaaa taetu isiniif jira moo

🎧 Caqasi


📜 Aayah 37-41 — Suuratu Al-Qalam

37أَمْ لَكُمْ كِتَابٌ فِيهِ تَدْرُسُونَ
Dhugumatti, kitaaba (samii bue) kan isa keessaa dubbiftantu isiniif jiraa
38إِنَّ لَكُمْ فِيهِ لَمَا تَخَيَّرُونَ
Kan dhugumatti, isa keessa wanti isin filattan jiru (qabduu)
39أَمْ لَكُمْ أَيْمَانٌ عَلَيْنَا بَالِغَةٌ إِلَىٰ يَوْمِ الْقِيَامَةِ ۙ إِنَّ لَكُمْ لَمَا تَحْكُمُونَ
Sila ‘wanti isin murteessitan isiniif jira’ jechuun kakuu Guyyaa Qiyaamaa keessatti bakka gaaa taetu isiniif jira moo
40سَلْهُمْ أَيُّهُم بِذَٰلِكَ زَعِيمٌ
Eenyuu isaaniitu sanaaf wabiidhaa isaan gaafadhu
41أَمْ لَهُمْ شُرَكَاءُ فَلْيَأْتُوا بِشُرَكَائِهِمْ إِن كَانُوا صَادِقِينَ
Sila shariikota (kan murtee isaanii dhugoomsu) qabu moo? Yoo kan dhugaa dubbatan taaniif shariikota isaaniitiin haa dhufanu
Al-QalamTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
39Aayah

Hiikkaa — Al-Qalam 39

Suuratu Al-Qalam Aayah 39 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila ‘wanti isin murteessitan isiniif jira’ jechuun kakuu Guyyaa Qiyaamaa…

Suuratu Aayah 39/52 — Suuratu Al-Qalam القلم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qalam Caqasi, Suuratu Al-Qalam Hiikkaa, Suuratu Al-Qalam mp3, Suuratu Al-Qalam pdf. Aayah 37–41. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers