Al-Qalam · 37/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qalam
أَمْ لَكُمْ كِتَابٌ فِيهِ تَدْرُسُونَ ۝٣٧
Am lakum kitaabun feehi tadrusoon
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, kitaaba (samii bue) kan isa keessaa dubbiftantu isiniif jiraa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 35-39 — Suuratu Al-Qalam

35أَفَنَجْعَلُ الْمُسْلِمِينَ كَالْمُجْرِمِينَ
Sila Nuti muslimoota akka yakkamtootaa ni goonaa
36مَا لَكُمْ كَيْفَ تَحْكُمُونَ
Maalumatu isiniif jira? Akkamitti murteessitu
37أَمْ لَكُمْ كِتَابٌ فِيهِ تَدْرُسُونَ
Dhugumatti, kitaaba (samii bue) kan isa keessaa dubbiftantu isiniif jiraa
38إِنَّ لَكُمْ فِيهِ لَمَا تَخَيَّرُونَ
Kan dhugumatti, isa keessa wanti isin filattan jiru (qabduu)
39أَمْ لَكُمْ أَيْمَانٌ عَلَيْنَا بَالِغَةٌ إِلَىٰ يَوْمِ الْقِيَامَةِ ۙ إِنَّ لَكُمْ لَمَا تَحْكُمُونَ
Sila ‘wanti isin murteessitan isiniif jira’ jechuun kakuu Guyyaa Qiyaamaa keessatti bakka gaaa taetu isiniif jira moo
Al-QalamTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
37Aayah

Hiikkaa — Al-Qalam 37

Suuratu Al-Qalam Aayah 37 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, kitaaba (samii bue) kan isa keessaa dubbiftantu isiniif jiraa

Suuratu Aayah 37/52 — Suuratu Al-Qalam القلم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qalam Caqasi, Suuratu Al-Qalam Hiikkaa, Suuratu Al-Qalam mp3, Suuratu Al-Qalam pdf. Aayah 35–39. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers