Al-Qalam · 7/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qalam
إِنَّ رَبَّكَ هُوَ أَعْلَمُ بِمَن ضَلَّ عَن سَبِيلِهِ وَهُوَ أَعْلَمُ بِالْمُهْتَدِينَ ۝٧
Innaa Rabbaka Huwa a`lamu biman dalla `an sabeelihee wa Huwa a`lamu bilmuhtadeen
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, Gooftaan kee Isatu nama karaa Isaa irraa jallate akkaan beeka; namoota qajeeloos Isatu akkaan beeka

🎧 Caqasi


📜 Aayah 5-9 — Suuratu Al-Qalam

5فَسَتُبْصِرُ وَيُبْصِرُونَ
Fuulduratti arguuf jirta; isaanis arguuf jiru
6بِأَييِّكُمُ الْمَفْتُونُ
Eenyuu keessantu Maraataa akka ta’e (arguuf jirtu)
7إِنَّ رَبَّكَ هُوَ أَعْلَمُ بِمَن ضَلَّ عَن سَبِيلِهِ وَهُوَ أَعْلَمُ بِالْمُهْتَدِينَ
Dhugumatti, Gooftaan kee Isatu nama karaa Isaa irraa jallate akkaan beeka; namoota qajeeloos Isatu akkaan beeka
8فَلَا تُطِعِ الْمُكَذِّبِينَ
Kijibsiiftotaaf hin ajajamin
9وَدُّوا لَوْ تُدْهِنُ فَيُدْهِنُونَ
Odoo ati (ejjannoo kee) laaffiftee [Isaan] laaffisanii jaalatu
Al-QalamTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
7Aayah

Hiikkaa — Al-Qalam 7

Suuratu Al-Qalam Aayah 7 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, Gooftaan kee Isatu nama karaa Isaa irraa jallate akkaan…

Suuratu Aayah 7/52 — Suuratu Al-Qalam القلم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qalam Caqasi, Suuratu Al-Qalam Hiikkaa, Suuratu Al-Qalam mp3, Suuratu Al-Qalam pdf. Aayah 5–9. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers