Al-Haqqah · 41/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Haqqah
وَمَا هُوَ بِقَوْلِ شَاعِرٍ ۚ قَلِيلًا مَّا تُؤْمِنُونَ ۝٤١
Wa ma huwa biqawli shaa`ir; qaleelam maa tu`minoon
📖 Afaan Oromoon
Inni jecha weellisaatii miti; xiqquma qofa amantu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 39-43 — Suuratu Al-Haqqah

39وَمَا لَا تُبْصِرُونَ
Waan isin hin argineenis (niin kakadha)
40إِنَّهُ لَقَوْلُ رَسُولٍ كَرِيمٍ
Dhugumatti, inni (Quraanni) jecha ergamaa kabajamaati
41وَمَا هُوَ بِقَوْلِ شَاعِرٍ ۚ قَلِيلًا مَّا تُؤْمِنُونَ
Inni jecha weellisaatii miti; xiqquma qofa amantu
42وَلَا بِقَوْلِ كَاهِنٍ ۚ قَلِيلًا مَّا تَذَكَّرُونَ
Jecha raagaatiis miti; xiqqoo malee hin gorfamtanu
43تَنزِيلٌ مِّن رَّبِّ الْعَالَمِينَ
Gooftaa aalama hundaa irraa buufamaadha
Al-HaqqahTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
41Aayah

Hiikkaa — Al-Haqqah 41

Suuratu Al-Haqqah Aayah 41 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Inni jecha weellisaatii miti; xiqquma qofa amantu

Suuratu Aayah 41/52 — Suuratu Al-Haqqah الحاقة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Haqqah Caqasi, Suuratu Al-Haqqah Hiikkaa, Suuratu Al-Haqqah mp3, Suuratu Al-Haqqah pdf. Aayah 39–43. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers