Al-A'raf · 45/206
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-A'raf
الَّذِينَ يَصُدُّونَ عَن سَبِيلِ اللَّهِ وَيَبْغُونَهَا عِوَجًا وَهُم بِالْآخِرَةِ كَافِرُونَ ۝٤٥
Allazeena yasuddoona `an sabeelil laahi wa yabghoo nahaa `iwajanw wa hum bil Aakhirati kaafiroon
📖 Afaan Oromoon
(Isaan) warra karaa Rabbii irraa deebisaniifi akka isheen jallattu fedhaniidhaIsaanis Aakhiratti kafaroodha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 43-47 — Suuratu Al-A'raf

43وَنَزَعْنَا مَا فِي صُدُورِهِم مِّنْ غِلٍّ تَجْرِي مِن تَحْتِهِمُ الْأَنْهَارُ ۖ وَقَالُوا الْحَمْدُ لِلَّهِ الَّذِي هَدَانَا لِهَٰذَا وَمَا كُنَّا لِنَهْتَدِيَ لَوْلَا أَنْ هَدَانَا اللَّهُ ۖ لَقَدْ جَاءَتْ رُسُلُ رَبِّنَا بِالْحَقِّ ۖ وَنُودُوا أَن تِلْكُمُ الْجَنَّةُ أُورِثْتُمُوهَا بِمَا كُنتُمْ تَعْمَلُونَ
Jibbaa qoma isaanii keessa jirus ni baafneLaggeen jala (gamoo) isaanii yaati"Faaruun kan Rabbii kanaaf nu qajeelcheetiOdoo Rabbiin nu qajeelchuu baatee hin qajeellu turre; ergamoonni Rabbii keenyaa dhugaadhaan dhufteetti" jedhan"Jannanni kun sababa waan hojjataa turtaniitiin dhaalchifamtanii dha" jechuun (isaanitti) lallabamu
44وَنَادَىٰ أَصْحَابُ الْجَنَّةِ أَصْحَابَ النَّارِ أَن قَدْ وَجَدْنَا مَا وَعَدَنَا رَبُّنَا حَقًّا فَهَلْ وَجَدتُّم مَّا وَعَدَ رَبُّكُمْ حَقًّا ۖ قَالُوا نَعَمْ ۚ فَأَذَّنَ مُؤَذِّنٌ بَيْنَهُمْ أَن لَّعْنَةُ اللَّهِ عَلَى الظَّالِمِينَ
Warri jannataa warra ibiddaatti "Nuti Dhugumatti, waan Gooftaan keenya waadaa nuuf gale dhugaa haala ta’een arganneerraIsin waan Gooftaan keessan waadaa isiniif gale haala dhugaa ta’een argattanii jirtuu?" jechuun itti lallabu"Eeyyeen" jedhanLallabaan gidduu isaaniitti ta’e "Abaarsi Rabbii miidhaa hojjattoota irra haa jiraatu" jechuun lallabe
45الَّذِينَ يَصُدُّونَ عَن سَبِيلِ اللَّهِ وَيَبْغُونَهَا عِوَجًا وَهُم بِالْآخِرَةِ كَافِرُونَ
(Isaan) warra karaa Rabbii irraa deebisaniifi akka isheen jallattu fedhaniidhaIsaanis Aakhiratti kafaroodha
46وَبَيْنَهُمَا حِجَابٌ ۚ وَعَلَى الْأَعْرَافِ رِجَالٌ يَعْرِفُونَ كُلًّا بِسِيمَاهُمْ ۚ وَنَادَوْا أَصْحَابَ الْجَنَّةِ أَن سَلَامٌ عَلَيْكُمْ ۚ لَمْ يَدْخُلُوهَا وَهُمْ يَطْمَعُونَ
Gidduu isaanii haguuggaatu jiraA’araaf irras dhiirota hundayyuu mallattoo isaanitiin beekantu jiruWarra jannataatiinis "nageenyi isin irratti haa jiraatu" jechuun itti lallabuIsaanis (warri a’araaf) haala kan ishee kajeelan taaniin ishee hin seenne
47۞ وَإِذَا صُرِفَتْ أَبْصَارُهُمْ تِلْقَاءَ أَصْحَابِ النَّارِ قَالُوا رَبَّنَا لَا تَجْعَلْنَا مَعَ الْقَوْمِ الظَّالِمِينَ
Yeroo ijji isaanii gara warra ibiddaa deebifamte "Gooftaa keenya! Ummata miidhaa hojjattoota wajjiin nu hin taasisin" jedhu
Al-A'rafTarreeffama Qur'ana
206Aayah
MeccanRevelation
45Aayah

Hiikkaa — Al-A'raf 45

Suuratu Al-A'raf Aayah 45 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Isaan) warra karaa Rabbii irraa deebisaniifi akka isheen jallattu fedhaniidhaIsaanis…

Suuratu Aayah 45/206 — Suuratu Al-A'raf الأعراف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-A'raf Caqasi, Suuratu Al-A'raf Hiikkaa, Suuratu Al-A'raf mp3, Suuratu Al-A'raf pdf. Aayah 43–47. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers