Al-Ma'arij · 25/44
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Ma'arij
لِّلسَّائِلِ وَالْمَحْرُومِ ۝٢٥
Lissaaa `ili walmahroom
📖 Afaan Oromoon
Kadhataafi hiyyeessa hin kadhanneef
🎧 Caqasi

📜 Aayah 23-27 — Al-Ma'arij

23الَّذِينَ هُمْ عَلَىٰ صَلَاتِهِمْ دَائِمُونَ
Isaan salaata isaanii irratti gadi dhaabbatan (dawwaman malee)
24وَالَّذِينَ فِي أَمْوَالِهِمْ حَقٌّ مَّعْلُومٌ
Isaan qabeenya isaanii keessa mirgi beekamaan jiru
25لِّلسَّائِلِ وَالْمَحْرُومِ
Kadhataafi hiyyeessa hin kadhanneef
26وَالَّذِينَ يُصَدِّقُونَ بِيَوْمِ الدِّينِ
Isaan Guyyaa Murtii dhugoomsan
27وَالَّذِينَ هُم مِّنْ عَذَابِ رَبِّهِم مُّشْفِقُونَ
Isaan adabbii Gooftaa isaanii sodaatan(malee kan biroo obsa dhabaa dha)
Al-Ma'arijTarreeffama Qur'ana
44Aayah
MeccanRevelation
25Aayah

Hiikkaa — Al-Ma'arij 25

Suuratu Al-Ma'arij Aayah 25 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Kadhataafi hiyyeessa hin kadhanneef

Suuratu Aayah 25/44 — Al-Ma'arij المعارج (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Ma'arij Caqasi, Al-Ma'arij Hiikkaa, Al-Ma'arij mp3, Al-Ma'arij pdf. Aayah 23–27. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers