Al-Ma'arij · 29/44
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Ma'arij
وَالَّذِينَ هُمْ لِفُرُوجِهِمْ حَافِظُونَ ۝٢٩
Wallazeena hum lifuroo jihim haafizoon
📖 Afaan Oromoon
Isaan qaama saalaa isaanii tiiksan

🎧 Caqasi


📜 Aayah 27-31 — Suuratu Al-Ma'arij

27وَالَّذِينَ هُم مِّنْ عَذَابِ رَبِّهِم مُّشْفِقُونَ
Isaan adabbii Gooftaa isaanii sodaatan(malee kan biroo obsa dhabaa dha)
28إِنَّ عَذَابَ رَبِّهِمْ غَيْرُ مَأْمُونٍ
Dhugumatti, adabbiin Gooftaa isaanii amanamaa miti
29وَالَّذِينَ هُمْ لِفُرُوجِهِمْ حَافِظُونَ
Isaan qaama saalaa isaanii tiiksan
30إِلَّا عَلَىٰ أَزْوَاجِهِمْ أَوْ مَا مَلَكَتْ أَيْمَانُهُمْ فَإِنَّهُمْ غَيْرُ مَلُومِينَ
Niitolii isaanii yookiin waan mirgi isaanii horatan irratti malee; dhugumatti, isaan komatamoo miti
31فَمَنِ ابْتَغَىٰ وَرَاءَ ذَٰلِكَ فَأُولَٰئِكَ هُمُ الْعَادُونَ
Namni sanaan ala barbaade immoo, isaan warra daangaa dabroodha
Al-Ma'arijTarreeffama Qur'ana
44Aayah
MeccanRevelation
29Aayah

Hiikkaa — Al-Ma'arij 29

Suuratu Al-Ma'arij Aayah 29 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan qaama saalaa isaanii tiiksan

Suuratu Aayah 29/44 — Suuratu Al-Ma'arij المعارج (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Ma'arij Caqasi, Suuratu Al-Ma'arij Hiikkaa, Suuratu Al-Ma'arij mp3, Suuratu Al-Ma'arij pdf. Aayah 27–31. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers