Al-Ma'arij · 36/44
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Ma'arij
فَمَالِ الَّذِينَ كَفَرُوا قِبَلَكَ مُهْطِعِينَ ۝٣٦
Famaa lil lazeena kafaroo qibalaka muhti`een
📖 Afaan Oromoon
Warra kafareef maaltu jiraayi gara kee ariifatu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 34-38 — Suuratu Al-Ma'arij

34وَالَّذِينَ هُمْ عَلَىٰ صَلَاتِهِمْ يُحَافِظُونَ
Isaan salaata isaanii irratti tiikfatan
35أُولَٰئِكَ فِي جَنَّاتٍ مُّكْرَمُونَ
Warri sun jannata keessatti kabajamoodha
36فَمَالِ الَّذِينَ كَفَرُوا قِبَلَكَ مُهْطِعِينَ
Warra kafareef maaltu jiraayi gara kee ariifatu
37عَنِ الْيَمِينِ وَعَنِ الشِّمَالِ عِزِينَ
Garee gareen mirgaafi bitaa irra guutanii
38أَيَطْمَعُ كُلُّ امْرِئٍ مِّنْهُمْ أَن يُدْخَلَ جَنَّةَ نَعِيمٍ
Sila namni isaan irraa tae hundi jannata qananii seensifamuu kajeelaa
Al-Ma'arijTarreeffama Qur'ana
44Aayah
MeccanRevelation
36Aayah

Hiikkaa — Al-Ma'arij 36

Suuratu Al-Ma'arij Aayah 36 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Warra kafareef maaltu jiraayi gara kee ariifatu

Suuratu Aayah 36/44 — Suuratu Al-Ma'arij المعارج (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Ma'arij Caqasi, Suuratu Al-Ma'arij Hiikkaa, Suuratu Al-Ma'arij mp3, Suuratu Al-Ma'arij pdf. Aayah 34–38. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers