Al-Ma'arij · 39/44
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Ma'arij
كَلَّا ۖ إِنَّا خَلَقْنَاهُم مِّمَّا يَعْلَمُونَ ۝٣٩
Kallaaa innaa khalaq nahum mimmaa ya`lamoon
📖 Afaan Oromoon
Haa dhorgamanu! Nuti waanuma isaan beekan irraa isaan uumne

🎧 Caqasi


📜 Aayah 37-41 — Suuratu Al-Ma'arij

37عَنِ الْيَمِينِ وَعَنِ الشِّمَالِ عِزِينَ
Garee gareen mirgaafi bitaa irra guutanii
38أَيَطْمَعُ كُلُّ امْرِئٍ مِّنْهُمْ أَن يُدْخَلَ جَنَّةَ نَعِيمٍ
Sila namni isaan irraa tae hundi jannata qananii seensifamuu kajeelaa
39كَلَّا ۖ إِنَّا خَلَقْنَاهُم مِّمَّا يَعْلَمُونَ
Haa dhorgamanu! Nuti waanuma isaan beekan irraa isaan uumne
40فَلَا أُقْسِمُ بِرَبِّ الْمَشَارِقِ وَالْمَغَارِبِ إِنَّا لَقَادِرُونَ
Gooftaa Bahaafi Dhiha hedduutiinin kakadhaa! Nuti dhugumatti danda’oodha
41عَلَىٰ أَن نُّبَدِّلَ خَيْرًا مِّنْهُمْ وَمَا نَحْنُ بِمَسْبُوقِينَ
Namoota isaan irra caalan bakka buusuu irratti (dandaoo dha)Nuti dadhabsiifamoo hin taane
Al-Ma'arijTarreeffama Qur'ana
44Aayah
MeccanRevelation
39Aayah

Hiikkaa — Al-Ma'arij 39

Suuratu Al-Ma'arij Aayah 39 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Haa dhorgamanu! Nuti waanuma isaan beekan irraa isaan uumne

Suuratu Aayah 39/44 — Suuratu Al-Ma'arij المعارج (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Ma'arij Caqasi, Suuratu Al-Ma'arij Hiikkaa, Suuratu Al-Ma'arij mp3, Suuratu Al-Ma'arij pdf. Aayah 37–41. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers