Al-Ma'arij · 38/44
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Ma'arij
أَيَطْمَعُ كُلُّ امْرِئٍ مِّنْهُمْ أَن يُدْخَلَ جَنَّةَ نَعِيمٍ ۝٣٨
Ayatma`u kullum ri`im minhum anyyudkhala jannata Na`eem
📖 Afaan Oromoon
Sila namni isaan irraa tae hundi jannata qananii seensifamuu kajeelaa
🎧 Caqasi

📜 Aayah 36-40 — Al-Ma'arij

36فَمَالِ الَّذِينَ كَفَرُوا قِبَلَكَ مُهْطِعِينَ
Warra kafareef maaltu jiraayi gara kee ariifatu
37عَنِ الْيَمِينِ وَعَنِ الشِّمَالِ عِزِينَ
Garee gareen mirgaafi bitaa irra guutanii
38أَيَطْمَعُ كُلُّ امْرِئٍ مِّنْهُمْ أَن يُدْخَلَ جَنَّةَ نَعِيمٍ
Sila namni isaan irraa tae hundi jannata qananii seensifamuu kajeelaa
39كَلَّا ۖ إِنَّا خَلَقْنَاهُم مِّمَّا يَعْلَمُونَ
Haa dhorgamanu! Nuti waanuma isaan beekan irraa isaan uumne
40فَلَا أُقْسِمُ بِرَبِّ الْمَشَارِقِ وَالْمَغَارِبِ إِنَّا لَقَادِرُونَ
Gooftaa Bahaafi Dhiha hedduutiinin kakadhaa! Nuti dhugumatti danda’oodha
Al-Ma'arijTarreeffama Qur'ana
44Aayah
MeccanRevelation
38Aayah

Hiikkaa — Al-Ma'arij 38

Suuratu Al-Ma'arij Aayah 38 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila namni isaan irraa tae hundi jannata qananii seensifamuu kajeelaa

Suuratu Aayah 38/44 — Al-Ma'arij المعارج (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Ma'arij Caqasi, Al-Ma'arij Hiikkaa, Al-Ma'arij mp3, Al-Ma'arij pdf. Aayah 36–40. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers