Nuh · 19/28
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Nuh
وَاللَّهُ جَعَلَ لَكُمُ الْأَرْضَ بِسَاطًا ۝١٩
Wallaahu ja`ala lakumul arda bisaataa
📖 Afaan Oromoon
Rabbiinis dachii afata isiniif godhe

🎧 Caqasi


📜 Aayah 17-21 — Suuratu Nuh

17وَاللَّهُ أَنبَتَكُم مِّنَ الْأَرْضِ نَبَاتًا
Rabbiinis biqilchuu (uumuu) dachii irraa isin biqilche
18ثُمَّ يُعِيدُكُمْ فِيهَا وَيُخْرِجُكُمْ إِخْرَاجًا
Ergasii ishee keessatti isin deebiseeti, baasuus isin baasa
19وَاللَّهُ جَعَلَ لَكُمُ الْأَرْضَ بِسَاطًا
Rabbiinis dachii afata isiniif godhe
20لِّتَسْلُكُوا مِنْهَا سُبُلًا فِجَاجًا
Akka isin ishee irraa karaalee babalaa seentaniif
21قَالَ نُوحٌ رَّبِّ إِنَّهُمْ عَصَوْنِي وَاتَّبَعُوا مَن لَّمْ يَزِدْهُ مَالُهُ وَوَلَدُهُ إِلَّا خَسَارًا
Nuuhiin ni jedhe: "Gooftaa kiyya! Isaan ajaja kiyya didanii, nama qabeenyi isaatiifi ilmaan isaa hoonga’iinsa malee homaa isaaf hin daballe hordofan
NuhTarreeffama Qur'ana
28Aayah
MeccanRevelation
19Aayah

Hiikkaa — Nuh 19

Suuratu Nuh Aayah 19 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Rabbiinis dachii afata isiniif godhe

Suuratu Aayah 19/28 — Suuratu Nuh نوح (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Nuh Caqasi, Suuratu Nuh Hiikkaa, Suuratu Nuh mp3, Suuratu Nuh pdf. Aayah 17–21. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers