Nuh · 18/28
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Nuh
ثُمَّ يُعِيدُكُمْ فِيهَا وَيُخْرِجُكُمْ إِخْرَاجًا ۝١٨
Summa yu`eedukum feehaa wa ukhrijukum ikhraajaa
📖 Afaan Oromoon
Ergasii ishee keessatti isin deebiseeti, baasuus isin baasa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 16-20 — Suuratu Nuh

16وَجَعَلَ الْقَمَرَ فِيهِنَّ نُورًا وَجَعَلَ الشَّمْسَ سِرَاجًا
Isaan keessattis jia ibsaa taasisee; aduus madda ifaafi hoaa (siraaja) taasise
17وَاللَّهُ أَنبَتَكُم مِّنَ الْأَرْضِ نَبَاتًا
Rabbiinis biqilchuu (uumuu) dachii irraa isin biqilche
18ثُمَّ يُعِيدُكُمْ فِيهَا وَيُخْرِجُكُمْ إِخْرَاجًا
Ergasii ishee keessatti isin deebiseeti, baasuus isin baasa
19وَاللَّهُ جَعَلَ لَكُمُ الْأَرْضَ بِسَاطًا
Rabbiinis dachii afata isiniif godhe
20لِّتَسْلُكُوا مِنْهَا سُبُلًا فِجَاجًا
Akka isin ishee irraa karaalee babalaa seentaniif
NuhTarreeffama Qur'ana
28Aayah
MeccanRevelation
18Aayah

Hiikkaa — Nuh 18

Suuratu Nuh Aayah 18 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ergasii ishee keessatti isin deebiseeti, baasuus isin baasa

Suuratu Aayah 18/28 — Suuratu Nuh نوح (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Nuh Caqasi, Suuratu Nuh Hiikkaa, Suuratu Nuh mp3, Suuratu Nuh pdf. Aayah 16–20. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers