Nuh · 20/28
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Nuh
لِّتَسْلُكُوا مِنْهَا سُبُلًا فِجَاجًا ۝٢٠
Litaslukoo minhaa subulan fijaajaa
📖 Afaan Oromoon
Akka isin ishee irraa karaalee babalaa seentaniif

🎧 Caqasi


📜 Aayah 18-22 — Suuratu Nuh

18ثُمَّ يُعِيدُكُمْ فِيهَا وَيُخْرِجُكُمْ إِخْرَاجًا
Ergasii ishee keessatti isin deebiseeti, baasuus isin baasa
19وَاللَّهُ جَعَلَ لَكُمُ الْأَرْضَ بِسَاطًا
Rabbiinis dachii afata isiniif godhe
20لِّتَسْلُكُوا مِنْهَا سُبُلًا فِجَاجًا
Akka isin ishee irraa karaalee babalaa seentaniif
21قَالَ نُوحٌ رَّبِّ إِنَّهُمْ عَصَوْنِي وَاتَّبَعُوا مَن لَّمْ يَزِدْهُ مَالُهُ وَوَلَدُهُ إِلَّا خَسَارًا
Nuuhiin ni jedhe: "Gooftaa kiyya! Isaan ajaja kiyya didanii, nama qabeenyi isaatiifi ilmaan isaa hoonga’iinsa malee homaa isaaf hin daballe hordofan
22وَمَكَرُوا مَكْرًا كُبَّارًا
Tooftaa gurguddaa baasan
NuhTarreeffama Qur'ana
28Aayah
MeccanRevelation
20Aayah

Hiikkaa — Nuh 20

Suuratu Nuh Aayah 20 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Akka isin ishee irraa karaalee babalaa seentaniif

Suuratu Aayah 20/28 — Suuratu Nuh نوح (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Nuh Caqasi, Suuratu Nuh Hiikkaa, Suuratu Nuh mp3, Suuratu Nuh pdf. Aayah 18–22. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers