Nuh · 26/28
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Nuh
وَقَالَ نُوحٌ رَّبِّ لَا تَذَرْ عَلَى الْأَرْضِ مِنَ الْكَافِرِينَ دَيَّارًا ۝٢٦
Wa qaala Noohur Rabbi laa tazar `alal ardi minal kaafireena daiyaaraa
📖 Afaan Oromoon
Nuuhiin ni jedhe: "Gooftaa kiyya! Kaafiroota irraa nama tokkollee dachii irratti hin dhiisin

🎧 Caqasi


📜 Aayah 24-28 — Suuratu Nuh

24وَقَدْ أَضَلُّوا كَثِيرًا ۖ وَلَا تَزِدِ الظَّالِمِينَ إِلَّا ضَلَالًا
Dhugumatti, (namoota) baayee jallisaniiruMiidhaa raawwattootaaf jallinna malee hin dabalin.”
25مِّمَّا خَطِيئَاتِهِمْ أُغْرِقُوا فَأُدْخِلُوا نَارًا فَلَمْ يَجِدُوا لَهُم مِّن دُونِ اللَّهِ أَنصَارًا
Diliiwwan isaanii irraa kan kae, bishaaniin nyaachifamanii ibidda seensifamanRabbiin alatti tumsitoota isaaniif hin arganne
26وَقَالَ نُوحٌ رَّبِّ لَا تَذَرْ عَلَى الْأَرْضِ مِنَ الْكَافِرِينَ دَيَّارًا
Nuuhiin ni jedhe: "Gooftaa kiyya! Kaafiroota irraa nama tokkollee dachii irratti hin dhiisin
27إِنَّكَ إِن تَذَرْهُمْ يُضِلُّوا عِبَادَكَ وَلَا يَلِدُوا إِلَّا فَاجِرًا كَفَّارًا
Yoo Ati isaan hambifte gabroota Kee jallisu; dilaawoo akkaan kaafira tae malees hin dhalan (hin horan)
28رَّبِّ اغْفِرْ لِي وَلِوَالِدَيَّ وَلِمَن دَخَلَ بَيْتِيَ مُؤْمِنًا وَلِلْمُؤْمِنِينَ وَالْمُؤْمِنَاتِ وَلَا تَزِدِ الظَّالِمِينَ إِلَّا تَبَارًا
Gooftaa kiyya! Anaaf, abbaafi haadha kiyyaaf, nama mu’umina taee mana kiyya seeneef, muuminootaafi muumintittiifis araaramiKaafirootaafis badii malee hin dabalin.”
NuhTarreeffama Qur'ana
28Aayah
MeccanRevelation
26Aayah

Hiikkaa — Nuh 26

Suuratu Nuh Aayah 26 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nuuhiin ni jedhe: "Gooftaa kiyya! Kaafiroota irraa nama tokkollee dachii…

Suuratu Aayah 26/28 — Suuratu Nuh نوح (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Nuh Caqasi, Suuratu Nuh Hiikkaa, Suuratu Nuh mp3, Suuratu Nuh pdf. Aayah 24–28. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers