Al-Jinn · 13/28
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Jinn
وَأَنَّا لَمَّا سَمِعْنَا الْهُدَىٰ آمَنَّا بِهِ ۖ فَمَن يُؤْمِن بِرَبِّهِ فَلَا يَخَافُ بَخْسًا وَلَا رَهَقًا ۝١٣
Wa annaa lammaa sami`nal hudaaa aamannaa bihee famany yu`mim bi rabbihee falaa yakhaafu bakhsanw wa laa rahaqaa
📖 Afaan Oromoon
Nuti yeroma Qajeelfama dhageenye isatti amanneNamni Gooftaa isaatti amane hir’achuu (mindaa) taee dabaltii (adabaa) hin sodaatu
🎧 Caqasi

📜 Aayah 11-15 — Al-Jinn

11وَأَنَّا مِنَّا الصَّالِحُونَ وَمِنَّا دُونَ ذَٰلِكَ ۖ كُنَّا طَرَائِقَ قِدَدًا
Nutis nurraa gaggaariin ni jiranAmmas nurraa kan sanaan ala taantu jiruNuti warra karaa adda addaati turre
12وَأَنَّا ظَنَنَّا أَن لَّن نُّعْجِزَ اللَّهَ فِي الْأَرْضِ وَلَن نُّعْجِزَهُ هَرَبًا
Nuti dachii keessatti Rabbiin jalaa hin baanu; dheessuudhaanis Isa hin dadhabsiifnuu beeknee jirra
13وَأَنَّا لَمَّا سَمِعْنَا الْهُدَىٰ آمَنَّا بِهِ ۖ فَمَن يُؤْمِن بِرَبِّهِ فَلَا يَخَافُ بَخْسًا وَلَا رَهَقًا
Nuti yeroma Qajeelfama dhageenye isatti amanneNamni Gooftaa isaatti amane hir’achuu (mindaa) taee dabaltii (adabaa) hin sodaatu
14وَأَنَّا مِنَّا الْمُسْلِمُونَ وَمِنَّا الْقَاسِطُونَ ۖ فَمَنْ أَسْلَمَ فَأُولَٰئِكَ تَحَرَّوْا رَشَدًا
Nuti, nurraa muslimoonni ni jiran; jallattoonnis nurraa ni jiru; Namni Islaamayes warri sun karaa qajeelaa barbaadanii jiru
15وَأَمَّا الْقَاسِطُونَ فَكَانُوا لِجَهَنَّمَ حَطَبًا
Jallattoonni immoo Jahannamiif qoraan taan.”
Al-JinnTarreeffama Qur'ana
28Aayah
MeccanRevelation
13Aayah

Hiikkaa — Al-Jinn 13

Suuratu Al-Jinn Aayah 13 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nuti yeroma Qajeelfama dhageenye isatti amanneNamni Gooftaa isaatti amane hir’achuu…

Suuratu Aayah 13/28 — Al-Jinn الجن (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Jinn Caqasi, Al-Jinn Hiikkaa, Al-Jinn mp3, Al-Jinn pdf. Aayah 11–15. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers