Al-Insan · 16/31
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Insan
قَوَارِيرَ مِن فِضَّةٍ قَدَّرُوهَا تَقْدِيرًا ۝١٦
Qawaareera min fiddatin qaddaroohaa taqdeeraa
📖 Afaan Oromoon
Qaruuraalee meeta irraa taeen hanga isaan gau ishee (irraa) qoodu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 14-18 — Suuratu Al-Insan

14وَدَانِيَةً عَلَيْهِمْ ظِلَالُهَا وَذُلِّلَتْ قُطُوفُهَا تَذْلِيلًا
Haala gaaddisni ishee isaan irratti gadi dhihoo, firiiwwan ishees isaaniif laaffifamuu laaffifamteen (jannata seenu)
15وَيُطَافُ عَلَيْهِم بِآنِيَةٍ مِّن فِضَّةٍ وَأَكْوَابٍ كَانَتْ قَوَارِيرَا
Meeshota meeta irraa taaniifi kubbaayyawwan qaruuraa irraa taeen isaan irra naannaama
16قَوَارِيرَ مِن فِضَّةٍ قَدَّرُوهَا تَقْدِيرًا
Qaruuraalee meeta irraa taeen hanga isaan gau ishee (irraa) qoodu
17وَيُسْقَوْنَ فِيهَا كَأْسًا كَانَ مِزَاجُهَا زَنجَبِيلًا
Ishee keessattis khamrii makaan ishee zinjibila tae obaafamu
18عَيْنًا فِيهَا تُسَمَّىٰ سَلْسَبِيلًا
Burqaa ishee (jannata) keessa jirtu Salsabiil jedhamtee kan waamamtu (irraa obaafamu)
Al-InsanTarreeffama Qur'ana
31Aayah
MedinanRevelation
16Aayah

Hiikkaa — Al-Insan 16

Suuratu Al-Insan Aayah 16 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Qaruuraalee meeta irraa taeen hanga isaan gau ishee (irraa) qoodu

Suuratu Aayah 16/31 — Suuratu Al-Insan الإنسان (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Insan Caqasi, Suuratu Al-Insan Hiikkaa, Suuratu Al-Insan mp3, Suuratu Al-Insan pdf. Aayah 14–18. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers