Al-Insan · 17/31
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Insan
وَيُسْقَوْنَ فِيهَا كَأْسًا كَانَ مِزَاجُهَا زَنجَبِيلًا ۝١٧
Wa yusawna feehaa kaasan kaana mizaajuhaa zanjabeelaa
📖 Afaan Oromoon
Ishee keessattis khamrii makaan ishee zinjibila tae obaafamu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 15-19 — Suuratu Al-Insan

15وَيُطَافُ عَلَيْهِم بِآنِيَةٍ مِّن فِضَّةٍ وَأَكْوَابٍ كَانَتْ قَوَارِيرَا
Meeshota meeta irraa taaniifi kubbaayyawwan qaruuraa irraa taeen isaan irra naannaama
16قَوَارِيرَ مِن فِضَّةٍ قَدَّرُوهَا تَقْدِيرًا
Qaruuraalee meeta irraa taeen hanga isaan gau ishee (irraa) qoodu
17وَيُسْقَوْنَ فِيهَا كَأْسًا كَانَ مِزَاجُهَا زَنجَبِيلًا
Ishee keessattis khamrii makaan ishee zinjibila tae obaafamu
18عَيْنًا فِيهَا تُسَمَّىٰ سَلْسَبِيلًا
Burqaa ishee (jannata) keessa jirtu Salsabiil jedhamtee kan waamamtu (irraa obaafamu)
19۞ وَيَطُوفُ عَلَيْهِمْ وِلْدَانٌ مُّخَلَّدُونَ إِذَا رَأَيْتَهُمْ حَسِبْتَهُمْ لُؤْلُؤًا مَّنثُورًا
Ijoollee ishee keessatti hafoo ta’antu isaan irra naannaa; yeroo isaan argitu faaya bibittinneeffame sitti fakkaatu
Al-InsanTarreeffama Qur'ana
31Aayah
MedinanRevelation
17Aayah

Hiikkaa — Al-Insan 17

Suuratu Al-Insan Aayah 17 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ishee keessattis khamrii makaan ishee zinjibila tae obaafamu

Suuratu Aayah 17/31 — Suuratu Al-Insan الإنسان (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Insan Caqasi, Suuratu Al-Insan Hiikkaa, Suuratu Al-Insan mp3, Suuratu Al-Insan pdf. Aayah 15–19. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers