Al-Insan · 21/31
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Insan
عَالِيَهُمْ ثِيَابُ سُندُسٍ خُضْرٌ وَإِسْتَبْرَقٌ ۖ وَحُلُّوا أَسَاوِرَ مِن فِضَّةٍ وَسَقَاهُمْ رَبُّهُمْ شَرَابًا طَهُورًا ۝٢١
Aaliyahum siyaabu sundusin khudrunw wa istabraq, wa hullooo asaawira min fiddatinw wa saqaahum Rabbuhum sharaaban tahooraa
📖 Afaan Oromoon
Gubbaa isaanii irra uffata magariisa hariira qalaafi hariira furdaatu jira; gumeelee meeta irraa taes ni faayamuGooftaan isaaniis dhugaatii qulqulleessaa isaan obaasa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 19-23 — Al-Insan

19۞ وَيَطُوفُ عَلَيْهِمْ وِلْدَانٌ مُّخَلَّدُونَ إِذَا رَأَيْتَهُمْ حَسِبْتَهُمْ لُؤْلُؤًا مَّنثُورًا
Ijoollee ishee keessatti hafoo ta’antu isaan irra naannaa; yeroo isaan argitu faaya bibittinneeffame sitti fakkaatu
20وَإِذَا رَأَيْتَ ثَمَّ رَأَيْتَ نَعِيمًا وَمُلْكًا كَبِيرًا
Yeroo achi keessa ilaaltes qananiifi mootummaa guddaa argita
21عَالِيَهُمْ ثِيَابُ سُندُسٍ خُضْرٌ وَإِسْتَبْرَقٌ ۖ وَحُلُّوا أَسَاوِرَ مِن فِضَّةٍ وَسَقَاهُمْ رَبُّهُمْ شَرَابًا طَهُورًا
Gubbaa isaanii irra uffata magariisa hariira qalaafi hariira furdaatu jira; gumeelee meeta irraa taes ni faayamuGooftaan isaaniis dhugaatii qulqulleessaa isaan obaasa
22إِنَّ هَٰذَا كَانَ لَكُمْ جَزَاءً وَكَانَ سَعْيُكُم مَّشْكُورًا
Dhugumatti, kun mindaa isiniif taeeraDalagaan keessanis galateeffatamaa dha" (isaaniin jedhama)
23إِنَّا نَحْنُ نَزَّلْنَا عَلَيْكَ الْقُرْآنَ تَنزِيلًا
Dhugumatti, Nuti Quraana buusiinsa sirratti buusnee jirra
Al-InsanTarreeffama Qur'ana
31Aayah
MedinanRevelation
21Aayah

Hiikkaa — Al-Insan 21

Suuratu Al-Insan Aayah 21 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Gubbaa isaanii irra uffata magariisa hariira qalaafi hariira furdaatu jira;…

Suuratu Aayah 21/31 — Al-Insan الإنسان (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Insan Caqasi, Al-Insan Hiikkaa, Al-Insan mp3, Al-Insan pdf. Aayah 19–23. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers