Al-Insan · 22/31
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Insan
إِنَّ هَٰذَا كَانَ لَكُمْ جَزَاءً وَكَانَ سَعْيُكُم مَّشْكُورًا ۝٢٢
Innaa haazaa kaana lakum jazz `anw wa kaana sa`yukum mashkooraa
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, kun mindaa isiniif taeeraDalagaan keessanis galateeffatamaa dha" (isaaniin jedhama)

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 20-24 — Suuratu Al-Insan

20وَإِذَا رَأَيْتَ ثَمَّ رَأَيْتَ نَعِيمًا وَمُلْكًا كَبِيرًا
Yeroo achi keessa ilaaltes qananiifi mootummaa guddaa argita
21عَالِيَهُمْ ثِيَابُ سُندُسٍ خُضْرٌ وَإِسْتَبْرَقٌ ۖ وَحُلُّوا أَسَاوِرَ مِن فِضَّةٍ وَسَقَاهُمْ رَبُّهُمْ شَرَابًا طَهُورًا
Gubbaa isaanii irra uffata magariisa hariira qalaafi hariira furdaatu jira; gumeelee meeta irraa taes ni faayamuGooftaan isaaniis dhugaatii qulqulleessaa isaan obaasa
22إِنَّ هَٰذَا كَانَ لَكُمْ جَزَاءً وَكَانَ سَعْيُكُم مَّشْكُورًا
Dhugumatti, kun mindaa isiniif taeeraDalagaan keessanis galateeffatamaa dha" (isaaniin jedhama)
23إِنَّا نَحْنُ نَزَّلْنَا عَلَيْكَ الْقُرْآنَ تَنزِيلًا
Dhugumatti, Nuti Quraana buusiinsa sirratti buusnee jirra
24فَاصْبِرْ لِحُكْمِ رَبِّكَ وَلَا تُطِعْ مِنْهُمْ آثِمًا أَوْ كَفُورًا
Murtii Gooftaa keetiitiifis obsi; isaan irraa nama dilaawaa yookiin kafaraa taeef hin ajajamin
Al-InsanTarreeffama Qur'ana
31Aayah
MedinanRevelation
22Aayah

Hiikkaa — Al-Insan 22

Suuratu Al-Insan Aayah 22 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, kun mindaa isiniif taeeraDalagaan keessanis galateeffatamaa dha" (isaaniin jedhama)

Suuratu Aayah 22/31 — Suuratu Al-Insan الإنسان (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Insan Caqasi, Suuratu Al-Insan Hiikkaa, Suuratu Al-Insan mp3, Suuratu Al-Insan pdf. Aayah 20–24. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers