Al-Mursalat · 14/50
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Mursalat
وَمَا أَدْرَاكَ مَا يَوْمُ الْفَصْلِ ۝١٤
Wa maaa adraaka maa yawmul fasl
📖 Afaan Oromoon
Guyyaan Addaan bahiinsaa maal akka tae maaltu si beeksise

🎧 Caqasi


📜 Aayah 12-16 — Al-Mursalat

12لِأَيِّ يَوْمٍ أُجِّلَتْ
Guyyaa kamiif beellamaman
13لِيَوْمِ الْفَصْلِ
Guyyaa addaan bahiinsaatiif (beellamaman)
14وَمَا أَدْرَاكَ مَا يَوْمُ الْفَصْلِ
Guyyaan Addaan bahiinsaa maal akka tae maaltu si beeksise
15وَيْلٌ يَوْمَئِذٍ لِّلْمُكَذِّبِينَ
Kijibsiiftotaaf guyyaa san badiin mirkanaae
16أَلَمْ نُهْلِكِ الْأَوَّلِينَ
Sila Nuti warra duraanii hin balleessinee
Al-MursalatTarreeffama Qur'ana
50Aayah
MeccanRevelation
14Aayah

Hiikkaa — Al-Mursalat 14

Suuratu Al-Mursalat Aayah 14 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Guyyaan Addaan bahiinsaa maal akka tae maaltu si beeksise

Suuratu Aayah 14/50 — Al-Mursalat المرسلات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Mursalat Caqasi, Al-Mursalat Hiikkaa, Al-Mursalat mp3, Al-Mursalat pdf. Aayah 12–16. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers