Al-Mursalat · 44/50
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mursalat
إِنَّا كَذَٰلِكَ نَجْزِي الْمُحْسِنِينَ ۝٤٤
Innaa kazaalika najzil muhsineen
📖 Afaan Oromoon
Nuti akka kanatti warra toltuu hojjatan mindeessina

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 42-46 — Suuratu Al-Mursalat

42وَفَوَاكِهَ مِمَّا يَشْتَهُونَ
Asheeta irraa waan fedhan (keessa taau)
43كُلُوا وَاشْرَبُوا هَنِيئًا بِمَا كُنتُمْ تَعْمَلُونَ
Sababaa waan dalagaa turtaniitiif gammachuun nyaadhaa; dhugaa" (jedhamu)
44إِنَّا كَذَٰلِكَ نَجْزِي الْمُحْسِنِينَ
Nuti akka kanatti warra toltuu hojjatan mindeessina
45وَيْلٌ يَوْمَئِذٍ لِّلْمُكَذِّبِينَ
Kijibsiiftotaaf guyyaa san badiin mirkanaae
46كُلُوا وَتَمَتَّعُوا قَلِيلًا إِنَّكُم مُّجْرِمُونَ
(Addunyaa irratti) "nyaadhaa; xiqqoo qananiaa; dhugumatti isin badii hojjattoota” (isaaniin jedhama)
Al-MursalatTarreeffama Qur'ana
50Aayah
MeccanRevelation
44Aayah

Hiikkaa — Al-Mursalat 44

Suuratu Al-Mursalat Aayah 44 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nuti akka kanatti warra toltuu hojjatan mindeessina

Suuratu Aayah 44/50 — Suuratu Al-Mursalat المرسلات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mursalat Caqasi, Suuratu Al-Mursalat Hiikkaa, Suuratu Al-Mursalat mp3, Suuratu Al-Mursalat pdf. Aayah 42–46. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers